Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Xaa’oon biyyee meetirik toonii kuma 57 ol Jibuutii qaqqabe
Finfinnee, Mudde 19, 2015 (FBC)- Omisha bara 2015/2016’f xaa’oo biyyee toonii kuma 57 fi 295 Morookoorra fe’ame Jibuutii qaqqabuun ibsame.
Dhaabbanni Tajaajila Geejjiba Galaanaa fi…
Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan gita isaanii Turkii waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 19, 2015 (FBC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan gita isaanii Yaasir Naasir waliin mari’ataniiru.
Jilli Fiildi…
Obbo Dammaqaan Ambaasaaddaroota yeroo hojii isaanii xumuruun gara Ityoophiyaa deebi’aniif beekkamtii…
Finfinnee, Mudde 18, 2015 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ambaasaaddaroota yeroo hojii isaanii xumuruun gara Ityoophiyaa…
Lammiileen Ityoophiyaa 682 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Mudde 18 , 2015 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan 682 har’a gara biyyaa deebi’aniiru.
Sadaasa 12, 2015 eegalee hanga ammaatti…
Korporeeshinichi Biiroo Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa ammayyeessuuf…
Finfinnee, Mudde 18, 2015(FBC)- Korporeeshiniin Manneenii Federaalaa Biiroo Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa ammayyeessuuf waliigaltee mallatteessuu ibsame.…
Jilli hoggantootaa Biiroo Qonnaa Oromiyaan durfamu Aanaalee godina Shawaa Kibba Lixaatti hojii…
Finfinnee, Mudde 18, 2015 (FBC) - Jilli hoggantootaa Biiroo Qonnaa Oromiyaan durfamu Aanaalee godina Shawaa Kibba Lixaatti hojii facaasaa misooma qamadii bonee daawwateera.
Akka godina…
Naannoo Harariitti hoggantoonni yakka malaammaltummaan shakkaman to’anno jala oolaa jiru
Finfinnee, 18, 2015 (FBC ) – Naannoo Harariitti hoggantoonni mootummaa yakka malaammaltummaan shakkaman to’annoo seeraa jala oolaa jiraachuu Komishiniin Farra Malaammaltummaa naannichaa…
Sochiin walitti bu’iinsa kaaba biyyattii karaa nagaan furuuf eegalame gara boqonnaa murteessaatti…
Finfinnee, Mudde 18, 2015(FBC)- Sochiin walitti bu’iinsa kaaba biyyattii karaa nagaan furuuf eegalame gara boqonnaa murteessaatti ce’eera jedhan Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri…
Dhaabbatichi hawaasa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 12 taasise
Finfinnee, 18, 2015 (FBC ) – Godina Arsii Lixaa Aanaa Siraarootti Dhaabbanni Misooma Daa'immanii fi Maatii siraaroo hawaasa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 12 taasiseera.…
Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaan Turkitti daawwannaa hojii taasisan
Finfinnee, Mudde 18, 2015(FBC)- Itaamaajor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaan Turkitti daawwannaa hojii taasisaniiru.
Jilli Fiild Maarshaal Birhaanuu…