Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sandaafaa Bakkeetti piroojektoonni Birrii miiliyoona 468 oliin ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) –Jilli Itti gaafatamaa Siyaasaa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Dooktar Biqilaa Hurriisaan durfamu magaalaa Sandaafaa Bakkeetti piroojektoota Birrii…
MM Abiy Ahimad Godina Kibba Oomootti sagantaa Ashaaraa magariisaa eegalchiinsan
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad Godina Kibba Oomoo Aanaa Nyi’angaatoomitti sagantaa Ashaaraa magariisaa eegalchiinsaniiru.
Saganticharratti…
Waggaa 3 keessatti uwwisa Ashaaraa magariisaa % 30 ga’uuf hojjetamaa jira – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Finfinneetti Waggaa 3 keessatti uwwisa Ashaaraa magariisaa % 30 ga’uuf hojjetamaa jiraachuu Kantibaan magaalichaa Aadde Adaanach Abeebeen ibsan.…
Manni marichaa wixinee labsii baajata 2016 irratti mari’achaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Yaa’ii idilee 27ffaa bara hojii 2ffaa gaggeessuu eegaleera.
Manni marichaa qaboo yaa’ii walga’ii idilee 26ffaa…
Magaalaa Hawaasaatti Piroojektonni 16 Birrii miiliyoona 550’n ijaramaan eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) - Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dassitaa Leeddaamoon Magaalaa Hawaasaatti Piroojektoonni misoomaa garaagaraa16 Birrii miiliyoona 550’n ijaramaan…
Magaalaa Finfinneetti sagantaan Raayyaa nageenyaa hirmaachisuun Biqiltuu miiliyoona 1 dhaabuu…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sagantaan Raayyaa nageenyaa hirmaachisuun Biqiltuu miiliyoona 1 dhaabuu har’a Kutaa magaalaa Lammii Kuraatti eegalameera.…
Naannoleen garaagaraa Abbootiin qabeenyaaf filmaatawwaan invastimantii bu’aa qabeessaa qopheessuu…
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC)- Abbootii qabeenyaa ulaagaa guutaniif filmaatawwan invastimantii bu’aa qabeessaa fi mijataa qopheessuu naannolee Oromiyaa, Sidaamaa fi Magaalaan Dirree…
Ityoophiyaan CDC’f deeggarsa taasisuu itti fufti-Obbo Dammaqaa
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa Giddugala Ittisaa fi To’annoo Dhibeewwanii Afrikaaf (CDC) deeggarsa irraa eegamu taasisuu cimsitee kan itti fuftu ta’uu Ittaanaan…
Ityoophiyaan CDC’f deeggarsa taasisuu itti fufti-Obbo Dammaqaa
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa Giddugala Ittisaa fi To’annoo Dhibeewwanii Afrikaaf (CDC) deeggarsa irraa eegamu taasisuu cimsitee kan itti fuftu ta’uu Ittaanaan…
MM Abiy Ahimad Arbaa Mincitti biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Magaalaa Arbaa Mincitti biqiltuu dhaabaniiru.
Sagantaa Ashaaraa Magariisaan, barattoota Mana Barnootaa Bultii…