Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannolee garaagaraatti qormaanni Kutaa 8ffaa kennmuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC)- Qormaanni biyyaalessaa kutaa 8ffaa naannolee garaagaraatti har’aa kennamuu eegaleera.
Haaluma kanaan Naannoo Beenishaangul Gumuzitti kennamuu kan…
Konfiraansiin dargaggoota naannoo oromiyaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC) – Konfiraansiin dargaggoota naannoo oromiyaa magaalaa Adaamaatti gaggeeffamuu eegaleera.
Dargaggoonni godinaalee Oromiyaa irra baba'an waltajjicha…
Aadde Adaanach ijaarsa manneen waliin jireenyaa eegalchiisan
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ijaarsa manneen waliin jireenyaa jiraattoota kuma 4 ol fayyadamuu taasiisu eegalchiisaniiru.…
DhMG misooma humna haareffamaa irratti hojiilee qindoominaan Ityoophiyaa fi Chaayinaan hojjetan…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Chaayinaan misoomaa humna haareffamaa irratti qindoominaan hojiilee hojjetan Sagantaan Misoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UNDP)…
Hooggansi rakkoolee carraatti jijjiiruun ciminoota gurguddaa argamsiisaa jira-Pir. Shimallis…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2015 (FBC)-Hooggansi sadarkaan jiru rakkoolee gara carraatti geeddaruun ciminoota guguddaa hedduu argamsiisaa akka jiru Pireezidaantiiin Naannoo Oromiyaa Obbo…
Ganna kana dhiiga yuunitii kuma 108 walitti qabuuf karoorfameera-Baankii Dhiigaa
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2015 (FBC)- Ganna Kana sadarkaa biyyaalessatti dhiiga Yuuniitii kuma 108 walitti qabuuf karoorfamuu Baankiin Dhiigaa Ityoophiyaa beeksise.
Sagantaan jalqabsiisa…
Wal’aansa biyya keessaa hanga teeknooloojii wal’aansa ammayyaatti damichaan bu’aa qabatamaa arguutti…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2015 (FBC)- Wal’aansa biyya keessaa hanga teeknooloojii wal’aansa ammayyaatti damee fayyaan bu’aa qabatamaa arguutti boonuu qondaaltonni olaanoo fi Jeneraalonni…
Manneen barnootaa kaleessaa itti barattan deeggarsa keessan barbaadu-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2015 (FBC)-Ityoophiyaa kallatti kamittuu kan barattan hundi manneen barnootaa kaleessaa itti barattan har’a deeggarsa keessan barbaadu jedhan Muummeen Ministiraa…
Hariiroo Ityoophiyaa fi Jibuutii cimsuuf kan kaayyeffate imalli baaburaa taasifame
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2015 (FBC)-Hariiroo Ityoophiyaa fi Jibuutii cimsuuf kan kaayyeffate imalli baaburaa Jibuuttiirraa gara Ityoophiyaatti taasifame.
Qopheessummaa Dhaabbata Misoomaa…