Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Korporeeshinichi Paarkii Indaastirii Samaraa gara hojiitti galchuuf hojjechaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Mudde 18, 2015(FBC)- Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwanii Paarkii Indaastirii Samaraa gara hojiitti galchuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu ibse.
Hoggantoonni olaanoon…
Bu’aa qorannoo Af daneessaa ilaalchisee mariin gaggeeffame
Finfinnee, 18, 2015 (FBC ) – Hoggantoota olaanaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee waliin bu’aa qorannoo Af daneessaa ilaalchisee mariin gaggeeffameera.
Hojiirra oolmaa Af daneessaan afaan…
Hariiroo Ityoophiyaafi Hindi dameewwan barnootaafi invastimantiin cimsuuf mari’atame
Finfinnee, Mudde 18, 2015(FBC)- Hariiroo Ityoophiyaafi Hindi dameewwan barnootaafi invastimantiin cimsuuf kan hojjetan ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Hindi Sheerii Roobart…
Hojjettuun hojjechiiftu ishee ajjeefte adabbii cimaa umrii guutuun adabamte
Finfinnee, 18, 2015 (FBC ) – Mindaa naaf hin kaffalle sababa jedhuun hojjettuun hojjechiiftuu ishee ajjeefte adabbii cimaa umrii guutuu adabamteerti.
Ministeera Haqaatti…
Ministeerichi naannoo Gambeellaaf tiraakteroota 36fi jenereetaroota bishaanii 150 deeggarsa taasise
Finfinnee, Mudde 18, 2015(FBC)- Ministeerri Jallisiifi Naannawaa Gammoojji naannoo Gambeellaaf tiraakteroota 36fi jenereetaroota bishaanii 150 deeggarsa taasisuu ibsame.
Deeggarsicha…
Karoorri akeekkachiisa duraa fi deebii ariifataa Balaa ifoome
Finfinnee, 18 , 2015 (FBC ) – Karoorri akeekkachiisa duraa fi deebii ariifataa Balaa waggoottan saddeettan itti aananiif hojiirra oolu ifoomeera.
Karoorichi sirna of eeggannoo duraa bu’aa…
Naannichatti oomisha qonnaan bu’aa barbaadamu argamsiisuuf hirmaannaa qindaa’aa taasisuu…
Finfinnee, Mudde 18, 2015(FBC)- Naannoo Uummattoota Kibbaatti oomisha qonnaan bu’aa barbaadamu argamsiisuuf hirmaannaa qindaa’aa taasisuun barbaachisaa ta’uu pireezidaantiin naannichaa …
Naannoo Tigraay magaalota garaagaraa keessatti mariin uummataa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Mudde 18, 2015(FBC)- Naannoo Tigraay magaalota garaagaraa keessatti mariin uummataa gaggeeffamaa jira.
Waltajjiiwwan kanneen irratti marii nageenyaa hordofee jijjiiramootafi…
Jilli Obbo Eeliyaasiin durfamu Godina Shawaa Kibba lixaatti qophii Kompoostii fi Biqiltuu ashaaraa…
Finfinnee, 18 , 2015 (FBC )- Jilli Itti Aanaa Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Eeliyaas Kadiriin durfamu godina Shawaa Kibba Lixaattii qophii kompoostii fi biqiltuu Ashaaraa magariisaa…
Daandiin Qilleensichaa borii eegalee gara Maqaleetti balallii ni jalqaba
Finfinnee, Mudde 18, 2015 (FBC) - Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa guyyaa Borii eegalee gara Maqaleetti balallii idilee kan jalqabu ta’uu beeksiise.
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa…