Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sharafni alaa Doolaarri miiliyoona 20 seeraan ala walitti qabame uggurame
Finfinnee, Mudde 17, 2015(FBC)- Seeraan ala sharafni alaa Doolaarri miiliyoona 20 walitti qabame ugguramuu Tajaajilli Nageenya Faayinaansii beeksise.
Mootummaan, Ityoophiyaanotaa fi…
Waliigaltee nageenyaa booda jijjiiramoota jiran ittifufsiisuuf mootummaan murannoo qaba-Obbo…
Finfinnee, Mudde 17, 2015(FBC)- Waliigaltee nageenyaa booda jijjiiramoonni hedduun jiraachuu fi jijjiiramoota kanneen caalmaan cimsanii itti fufsiisuuf mootummaan murannoo qabaachuu…
Piroojektii seeftineetiin namoota daandiirra jiraatan kuma 20fi 991 fayyadamoo taasisuun danda’amuu…
Finfinnee, Mudde 17, 2015(FBC)- Piroojektii seeftineetiin namoota daandiirra jiraatan kuma 20fi 991 fayyadamoo taasisuun danda’amuu Ministeerri Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa beeksise.…
Lammiileen kumni 1 fi 187 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Mudde 17, 2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 187 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.
Lammiilee kanneen keessaa 772 dhiiroota yoo ta’an, 358 dubartoota 57…
Barmaatilee miidhaa geessisan dhabamsiisuun miidhaa hawaasarra gahu hir’isuun barbachisaadha-…
Finfinnee, Mudde 17, 2015(FBC)- Barmaatilee miidhaa geessisan dhabamsiisuun miidhaa hawaasarra gahu hir’isuun barbachisaa ta’uu Ministeerri Aadaa fi Ispoortii ibse.
Sosochiin barmaatilee…
Nageenyi fedhii bu’uuraa ummata Tigray ta’uu jiraattonni naannichaa dubbatan
Finfinnee, Mudde 17, 2015(FBC)- Nageenyi fedhii bu’uuraa ummataa Tigray ta’uu jiraattonni naannichaa Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeetiif yaada kennan dubbatan.
Kutaalee hawaasaa…
Jaappaan milkaa’ina marii biyyaalessaa Ityoophiyaaf deeggarsa taasistu cimsitee kan itti fuftu ta’uu…
Finfinnee, Mudde 17, 2015(FBC)- Jaappaan milkaa’ina marii biyyaalessaa Ityoophiyaaf deeggarsa taasistu cimsitee kan itti fuftu ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri biyyattii Iitoo Taakaakoon…
Ministeerichi Mana Maree Paartii Siyaasaa fi Dhaabbilee Siiviikii Hawaasaa waliin mari’ate
Finfinnee, Mudde 17, 2015 (FBC) - Ministeerri Nageenyaa mata duree ‘’duudhaalee hawaasummaa fi Aadaa milkaa’ina marii biyyaaleessaaf'' jedhuun Mana Maree Paartii Siyaasaa fi Dhaabbilee…
Raawwii Piroojektii hundeeffama naannoo Kibba Ityoophiyaafi kan duraa bifa haaraan gurmeessuu…
Finfinnee, Mudde 17, 2015(FBC)- Raawwii Piroojektii hundeeffama naannoo Kibba Ityoophiyaafi kan duraa bifa haaraan gurmeessuu magaalaa Diillaatti gamaaggamamaa jiraachuu ibsame.…
Tajaajila elektirikii dhabanii kan turan Magaalonni 80 fayyadamtoota tajaajilichaa ta’an
Finfinnee, Mudde 17, 2015(FBC)- Walitti bu’iinsa kutaa Kaabaa Ityoophiyaatti mudatee tureen manca’iinsa bu’uuraalee misoomaa elektirikii mudateen magaalota 80 tajaajilichi addaan cite ture…