Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezdaanti Saahilawarqi kabaja guyyaa bilisummaa Birrundiirratti hirmaatan
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Pireezdaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen kabaja guyyaa bilisummaa biyyaalessa Birrundii waggaa 61ffaarratti hirmaataniiru.
Sirnicharratyi…
Ijaarsi Daandii keessa keessaa Kooyyee Faccee Kiiloo Meetirri 8.2 xumuramuun tajaajilaaf banaa…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Ijaarsi Daandii keessa keessaa manneen waliin jireenyaa Kooyyee Faccee Kiiloo Meetirri 8.2 xumuramuun tajaajilaaf banaa ta'uu Kantibaan magaalaa…
Jilli Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Godina Booranaa Aanaa Eelwayyeetti Inisheetiivii misooma margaa…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Godina Booranaa Aanaa Eelwayyeetti Inisheetiivii misooma margaa…
Obbo Ashaadilii Hasan sagantaa Ashaaraa Magariisaa boqonnaa 2ffaa eegalchiisan
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Beenishaanguul Gumuz Obbo Ashaadilii Hasan sagantaa Ashaaraa Magariisaa boqonnaa 2ffaa eegalchiisaniiru.
Sagantaa mata duree…
Magaalaa Shaggaritti Manni Maree Ispoortii hundeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Manni Maree Ispoortii hundeeffameera.
Sirna hundeeffama Mana Maricharratti Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar…
Jimmaatti sagantaa sosochii carraa hojii uumuu gaggeeffameen dargaggoonni hojii dhabeeyyiin kuma 4…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti sagantaa sosochii carraa hojii uumuutiin waldaalee hojiiwwan garaagaraa irratti gurmaa'anii turan hojii dhabeeyyiin kumni 4 fi 180…
Yaa’iin Waggaa 11ffaa Waldaa Misoomaa Silxee gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Yaa'iin Waggaa 11ffaa Waldaa Misoomaa Silxee Godina Silxee magaalaa Waraabeetti gaggeeffamaa jira.
Ministira Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde…
Koollejjootni Barnoota Leenjii teeknikaafi ogummaa 26 barattoota ogummaa garagaraatiin leenjisaa…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Koollejjootni Barnoota Leenjii teeknikaafi ogummaa 26 barattoota ogummaa garagaraan leenjisaa turan kuma 3fi 508 eebbisiisaniiru.
Koollejjootni…
Magaalaa Naqamteeti piroojektoonni garaagaraa eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC) –Magaalaa Naqamteeti piroojektoonni garaagaraa Birrii miiliyoona 400 hojjetaman
eebbifamaniiru.
Laabraatooriin godinaanee Lixa Oromiyaa 8 irraa…
Yeroo jalqabaaf misoomni Ruuzii Aanaa Shaashamanneetti eegale
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC)- Godina Arsii Lixaatti yeroo jalqabaaf misoomni Ruuzii Aanaa Shaashamanneetti eegaleera.
Itti Gafatamaan Waajjiraa Qonna Godinicha Doktaar Abdullaahii…