Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sirni gaggeessaa reeffaa Abbaa Gadaa duraanii Gujii Aagaa Xeenxanoo gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Mudde 16, 2015(FBC)-Sirni gaggeessaa reeffaa Abbaa Gadaa duraanii Gujii Aagaa Xeenxanoo Magaalaa Shaakkisootti gaggeeffamaa jira.
Mana jireenya isaanii Magaalaa Shaakkisoorraa…
MM Abiy Ahimad hawaasa addunyaa har’a Ayyaana Qillee kabajaniif ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Mudde 16, 2015(FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hawaasa addunyaa har'a Ayyaana Qillee kabajaniif ergaa baga geessanii dabarsan.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad gama…
Yunivarsiitiin Bulee Horaa barattoota marsaa 2ffaan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhatan…
Finfinnee, Mudde 15, 2015 (FBC) - Barattoonni marsaa 2ffaan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa qoraman Yunivarsiitii seenuu eegaluu ibsameera.
Haaluma kanaan Yunivarsiitiin Bulee Horaa…
Hawaasa odeeffannoon badhaadhe ijaaruun ergama duraa Faanaa Biroodkaasting Korporeeti – Obbo…
Finfinnee, Mudde 15, 2015 (FBC) - Hawaasa odeeffannoon badhaadhe ijaaruun ergama duraa Faanaa Biroodkaasting Korporeet ta'uu Hojii Raawwachiisaa olaanaan dhaabbatichaa Obbo Admaasuu Daamxoon…
Duulli Kunuunsa biqiltuu Ashaaraa magariisaa godinaalee garaagaraatti gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 15, 2015 (FBC) – Duulli Kunuunsa biqiltuu Ashaaraa magariisaa godinaalee Oromiyaa garaagaraatti gaggeeffamuu ibsame.
Duulli kunuunsa biqiltuu Ashaaraa magariisaa…
Nageenya daangaarraa itti fufsiisuuf naannawicha daldalaanfi tuurizimiin walitti hidhuun…
Finfinnee, Mudde 15, 2015 (FBC) – Nageenya daangaa biyyoota ollaa itti fufsiisuuf naannawicha daldalaanfi tuurizimiin walitti hidhuun barbaachisaa ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI duraanii…
Sirna barnootaa Af-daneessa hojiirra oolchuuf qorannoo taasifamaa jiruuf galtee walitti qabuuf…
Finfinnee, Mudde 15, 2015 (FBC) – Finfinneetti sirna barnootaa Af-daneessa hojiirra oolchuuf qorannoo taasifamaa jiruuf galtee walitti qabuuf waltajjiin hayyootaa gaggeeffamaa…
Godina Addaa Saba Oromoof deeggarsi Birrii miiliyoona 20 olii taasifame
Finfinnee, Mudde 15, 2015 (FBC) – Komishiniin Gumruukaafi Ministeerri Galiiwwanii naannoo Amaaraa Godina Addaa Saba Oromoof deeggarsa meeshaalee Birrii miiliyoona 20 olii taasisuu ibsame.…
Hoggantoonni olaanoon odeeffannoo loltummaa Ityoophiyaafi Sudaan nageenyarratti waloon hojjechuuf…
Finfinnee, Mudde 15, 2015 (FBC) - Hoggantoonni olaanoon odeeffannoo loltummaa Ityoophiyaafi Sudaan nageenyaafi tasgabbiirratti haala waloon hojjechuu danda’anirratti mari’atan.…
Sirni tajaajila eegaluu Baankii Gadaa gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 15, 2015(FBC)- Sirna Tajaajila Eegaluu Baankii Gadaa guyyaa har'aa gaggeeffameera.
Sirnicharratti Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi…