Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaan Agarsiisa Daldalaafi Dinaagdee Chaayinaa -Afrikaa 3ffaarratti hirmaacha jirti
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC) - Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girma Amaanteen agarsiisa Daldalaa fi Dinaagdee Chaayinaa - Afrikaa 3ffaarratti hirmaachaa jiru.
Agarsiisa…
Haala dhiyeessaa fi Raabsa Xaa’oorratti naannolee fi qooda fudhattoota waliin mari’atamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC) – Ministeerri Qonnaa haala dhiyeessaa fi Raabsa Xaa’oorratti naannolee fi qooda fudhattoota waliin marii taasiisaa jira.
Naannoo Oromiyaa,…
Ameerikaan himannaa sarbama mirga namoomaa Ityoophiyaarra keesse kaafte
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC) – Ameerikaan himannaa sarbama mirga namoomaa Ityoophiyaarra keesse kaasuun deeggarsi maallaqaa kamuu akka hin dhorkamne beeksifteetti.
Waashingitan…
Fandiin Qorannoo Ummataa DhMG walta’iinsa Ityoophiyaa waliin qabu akka cimsu ibse
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Minstirri Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan, haaraa kan muudaman Ityoophiyaatti Bakka Bu’aa Qorannoo Ummataa Dhaabbata Mootummoota…
Sirni Badhaasaa Haacaaluu Hundeessaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Sirni Badhaasa Haacaaluu Hundeessaa marsaa 2ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Sagantaa badhaasichaan dameewwan muuziqaa 12'n ulaagaa badhaasichaa…
Manni Maree Nageenyaa Naannoo Somaalee yaa’ii idilee gaggeesse
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Manni Maree Nageenyaa Naannoo Somaalee bakka Pireezidantiin Naannoo Somaalee Musxafee Mahaammad argamanitti yaa’ii idilee gaggeesseera.…
Tajaajilli Baankii Dhiigaa Ityoophiyaa Faanaa dabaltee arjoomtota beekamtii kenne
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Tajaajilli Baankii Dhiigaa Ityoophiyaa Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeetiin dabalatee arjoomtota dhiigaaf beekamtii kenneera.
Sagantaa beekkamtii fi…
Godinaalee garaagaraatti pirojektoonni ijaaramaa turan eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti pirojektoonni ijaaramaa turan xumuramuun eebbifamaniiru.
Godina Shawaa Kibba-Lixaa Aanaa Sabbataa Hawaasitti…
Hojiileen barnootaa hojjennu dargaggoonni beekumsaa fi ogummaa barbaachisuun akka argatan kan…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Hojiileen barnootaa hojjennu dargaggoonni addunyaa jijijjiiramaa keessa imaluuf beekumsaa fi ogummaa barbaachisuun akka argatan kan taasisuudha jedhan…
Pireezidaanti Saahilawarqi Bakka Bu’aa UNHCR gaggeessan
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen yeroo tajaajilaa isaanii kan xumuran Ityoophiyaatti Bakka Bu’aa Komishinara Olaanaa Dhimma Godaantotaa…