Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daddabarsa namaa seeraan alaa hambisuuf hojiin jalqabaa ka’umsa rakkichaaf furmaata kennuudha- Obbo…
Finfinnee, Mudde 15, 2015 (FBC) – Daddabarsa namaa seeraan alaa hambisuuf hojiin jalqabaa ka’umsa rakkichaaf furmaata kennuudha jedhan Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera…
Jilli Obbo Umar Huseeniin durfamu Godina shawaa Bahaa Aanaa Lumeetti kunuunsa biqiltuu taasisan
Finfinnee, Mudde 15, 2015 (FBC )-Jilli Ministira Ministeera Qonnaa Obbo Umar Huseen fi hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun godina Shawaa Bahaa aanaa Lumeetti kunuunsa…
Hojiimaatilee badaa farra diimookiraasii ta’an irratti waloon qabsaa’uu barbaachisa- Dooktar…
Finfinnee, Mudde 15, 2015(FBC)- Hojiimaatilee badaa farra diimookiraasii ta’an irratti waloon qabsaa’uun barbaachisaa ta’uu Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa…
Baankiin Ameerikaa Egziim Daandii Qilleensaa Ityoophiyaaf liqii Doolaara miiliyoona 281 eeyyame
Finfinnee, Mudde 15, 2015(FBC)- Baankiin Ameerikaa Egziim Daandii Qilleensaa Ityoophiyaaf liqii Doolaara miiliyoona 281 eeyyamuun ibsameera.
Maallaqichis xiyyaaraa haaraa Booyingi Maaks…
Deeggarsa nyaataa meetirik toonii kuma 90 dabalatee deeggarsi garaagaraa gara naannoo Tigraayitti…
Finfinnee, Mudde 15, 2015(FBC)- Deeggarsa nyaataa meetirik toonii kuma 90 dabalatee deeggarsi namoomaa garaagaraa gara naannoo Tigraayitti ergamuu Ityoophiyaatti Biiroon Dhaabbata…
MM Abiy Ahimad fi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon Warshaa daabboo guyyaatti kuma 300 oomishu…
Finfinnee, Mudde 15, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoo warshaa daakuu fi daabboo guyyaatti daabboo kuma 300 oomishu Magaalaa Hawaasaatti…
Yuunivarsiitiin Wallaggaa barattoota muummee barnootaa fayyaan barsiisaa ture 811 eebbisiise
Finfinnee, Mudde 15, 2015(FBC)- Yuunivarsiitiin Wallaggaa guyyaa har'aa barattoota muummee barnoota fayyaa digrii jalqabaaf fi 2ffaan barsiisaa ture 811 eebbisiiseera.
Yuunivarsiitichi…
Yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 36ffaa keessummeessuuf mariin gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 15, 2015(FBC)- Yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 36ffaafi Walga’ii mana mare hojii raawwachiistuu 41ffaa haala milkaa’ina qabuun gaggeessuuf koreen waloo biyyaalessaa…
Oromiyaatti lafti Hektaarri kumni 810 ol misooma Qamadii Boneen uwwifame – Pireezidaanti…
Finfinnee, Mudde 14, 2015 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti lafti hektaarri kumni 810 ol misooma Qamadii Boneen uwwifamuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.
Ce'umsi…
Lammiileen Ityoophiyaa 941 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Mudde 14, 2015(FBC)- Guyyaa har’aa lammiileen Ityoophiyaa 941 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.
Lammiileen gara biyyaa deebi’an kunneen hundisaanii dhiirota yoo…