Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Rakkoo yeroo addunyaa mudachaa jiru furuuf filmaatawwan furmaataa heddummina bu’uureffatan…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Rakkoo yeroo addunyaa mudachaa jiru furuuf filmaatawwan furmmataa heddummina bu’uureffatan akka barbaachisu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.…
Godinaalee garagaraattii duulli biqiltuu dhaabuu Ashaaraa Magariisaa itti fufeera
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)-Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti duulli biqiltuu dhaabuu Sagantaa Asharaa Magariisaa Boqonnaa 2ffaan gaggeeffamaa jira.
Sagantichi Godina Harargee…
Ministeerri Albuudaa dhaabbilee Warqee oomishaniif deeggarsa aadda akka taasisu ibse
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Ministeerri Albuudaa Dhaabbilee albuuda Warqee oomishaniif deeggarsaa fi hordoffii addaa akka taasisu ibse.
Ministirri Ministeerichaa Dooktar…
Shaggaritti Biqiltuun miiliyoonni 3 ol guyyaa tokkootti dhaabbate
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Magaalaa Shaggaritti biqiltuun gara garaa miiliyoona 3 fi kumni 500 guyyaa har’aa dhaabamuun ibsame.
Guyyaa har’aa duulli biqiltuu dhaabuu mata duree…
Sosochiin manneen barnootaa kuma 50 ol fooyyessuu gaggeeffamuufi
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Sadarkaa manneen barnootaa fi bu’uuraalee misoomaa manneen barnootaa fooyyessuuf sosochi ummataa Dilbata dhufu akka eegaluu Ministeerri Barnootaa…
Jilli Paabilik Dippiloomaasii Jibuutii Ityoophiyatti daawwannaa hojii taasisuufi
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Jilli Paabilik Dippiloomaasii Jibuutii Ityoophiyatti daawwannaa hojii akka taasisuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Dubbii Himaan Ministeera Dhimma…
Waltajjiin yaada galtee walitti qabuu sanada imaaammataa Artifiishaal Intalajansii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Waltajjiin marii yaada galtee sanada imaaammataa Artifiishaal Intalajansii Biyyaaleessaa qooda fudhatoota irraa walitti qabuu geggeeffama jira.…
Gamtichi tumsa Misoomaa Ityoophiyaaf taasisu cimse kan itti fufu ta’uu ibse
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Gamtaan Awurooppaa tumsa misoomaa Ityoophiyaaf taasisu cimsee kan itti fufu ta’uu beeksise.
Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar…
Mariin qaamolee nageenyaa naannolee Beenishaangul Gumuzii fi Amaaraa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Nageenya waaraa naannawichaa itti fufsiisuuf waltajjin marii qaamolee nageenyaa naannolee Beenishaangul Gumuzii fi Amaaraa Magaalaa Chaagniitti…
Albuudaa Warqee fi meeshaalee waraanaa daddabarsaa kan turan to’annoo jala oolfaman
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)-Naannoolee Kibba Lixa Ityoophiyaa fi Gaambeellaatti albuudaa Warqee giraamaa 838 dhoksuun bakka biraatti geessaa kan turanii fi meeshalee waranaa seeraan…