Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Miseensonni Raayyaa Ittisaa dirqamarra jiran kutaalee hawaasaaf oomisha walitti qaban
Finfinnee, Mudde 11, 2015 (FBC) – Miseensonni Raayyaa Ittisaa kutaan waraanaa 22ffaan naannawaa dirqamarra jiranitti kutaalee hawaasaaf oomisha walitti qaban.
Duudhaa dhaabbatichaa…
Koorporeeshinichi teeknooloojii ammayyaan manneen daldalaa fi jireenyaa ijaaruuf
Finfinnee, Mudde 10, 2015 (FBC)- Koorporeeshiniin Manneenii Federaalaa saayitiiwwan ijaarsaa lamatti teeknooloojiiwwan ammayyaa fayyadamuun manneen jireenyaa fi daldalaa ijaaruuf Dhaabbata…
Jilli Ministira Raayyaa Ittisaan durfamu hojiilee Ramaddii Humna Qilleensaa 3ffaa daawwate
Finfinnee, Mudde 10, 2015 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Raayyaa Ittisaa Dooktar Abrahaam Balaayiin durfamuu hojiilee Ramaddii Humna Qilleensaa 3ffaa daawwateera.
Daawwanicharratti…
Miseensonni gareen hidhattoota Qimaanti 300 nagaan harka kennatan
Finfinnee, Mudde 10, 2015 (FBC)- Hawaasarraa fottoqanii bosona kan turan miseenonni garee hidhattoota Qimaanti 300 nagaan mootummaatti harka kennatan.
Hidhattoonni kunneen tattaaffii…
Injiinar Habtaamuu Ittafaa Daayrektara Dhaabbata Biyyoota Miseensota Misoomaa fi Tajaajila…
Finfinnee, Mudde 10, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Bishaanii fi Injiinar Habtaamuu Ittafaa Daayrektara Dhaabbata Biyyoota Miseensota Misoomaa fi Tajaajila Meetirooloojii Idil Addunyaa…
Ityoophiyaanonni kuma 1 fi 162 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Mudde 10, 2015(FBC)-Ityoophiyaanonni kuma 1 fi 162 Saa’ud Arabiyaatti rakkoolee garaagaraa keessa turan gara biyyaatti deebi’aniiru.
Guyyaa har’aa marsaa sadiin hojii lammiilee…
Qorannoofi Misoomni Ityoophiyaan damee Artifishaal Intalajansiin taasisaa jirtu abdachiisaadha-…
Finfinnee, Mudde 10, 2015 (FBC) – Qorannoo fi Misoomni Ityoophiyaan damee Artifishaal Intalajansiin taasisaa jirtu abdachiisaa ta’uu Ambaasaaddaroonni ibsan.
Ambaasaaddaroonni biyyoota…
Finfinneetti kaariikulama afaan heddumminaa qoratamerratti mariin hawaasaa akka gaggeeffamu ibsame
Finfinnee, Mudde 10, 2015 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti turban dhufuu kaasee kaariikulama afaan heddumminaa qoratamerratti hawaasaa waliin marii akka gaggeeffamu ibsame.…
Dubartiin Uggurameera jechuun sobaan abbaa manaa ishee maallaqa gaaffatte to’atamte
Finfinnee, Mudde 10, 2015 (FBC) – Dubartiin Uggurameera jechuun sobaan abbaa manaa ishee Birrii kuma 150 gaaffatte to’atamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksiiseera.
Kutaa magaalaa…
Gatii gurgurtaa sibiilotaa fi konkolaattota tajaajilaan alaa ta’anirratti fooyyessi taasifame
Finfinnee, Mudde 10, 2015 (FBC)- Dhaabbilee mootummaatti kan argaman sibiilotaa fi konkolaattota tajaajilaan alaa ta’anirratti fooyyassi taasifamuun eerame.
Ministeerri Albuudaa fi Abbaan…