Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Jimmaatti sagantaan dhaabbii biqiltuu eegalame
Finfinnee Waxabajjii 18, 2015 (FBC)- Godina Jimmaa Aanaa Oomoo Naaddaatti, mata duree “Boruu keenya har’a haadhaabnu” jedhuun sahagnataa dhaabbii biqiltuu geggeeffameera.
Saganticharratti…
Hojiileen duraan hojjetaman sochii xixiqqaa tarkaanfachuuf ka’umsa ta’aniidha-Pir. Shimallis…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaa Godina Harargee Bahaa Aanaa Guraawwaatti Sagantaa Ashaara Magariisaa Boqonnaa 2ffaa eegalame.
Saganticharratti Afyaa’ii Caffee…
Duulli Ashaaraa Magariisaa Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti eegalameera
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti duulli biqiltuu dhaabuu Sagantaa Asahaaraa magariisaa Boqonnaa 2ffaa Godinaalee garaagaraatti guyyaa har’aa eegaleera.
Godina…
Hojiileen diinagdee Oromiyaa milkaa’ina gaariirra jira- Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2015 (FBC)- Hojiileen sosochii dinagdee waliigalaa fayyadamtummaa misoomaa fi hawaasummaa Oromiyaa waggoottan darbanii milkaa'ina gaariirraa jiraa jedhan Itti…
Siidaan Aartiisti Alii Birraa eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2015 (FBC)- Siidaan Dooktara Kabajaa Aartiisti Alii Birraa eebbifame.
Siidaan Artiistichaa Magaala Finfinnee Kutaa Magaala Nifaas Silki Laaftoo Naannawaa…
Obbo Dammaqaa Mokonnin dabalatee qondaaltonni Mootummaa Dirree Dhawaa galan
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2015 (FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministira Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin, Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa dabalatee…
Godina Arsii Lixaatti duulli biqiltuu miiliyoona 200 ol dhaabuuf eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2015 (FBC)- Godina Arsii Lixaatti biqiltuu miiliyoona 200 ol dhaabuuf duulli Ashaaraa Magariisaa eegalame.
Sagantaan kun Aanaa Shaashamanneetti eegalameera.…
Oromiyaatti Duulli Ashaaraa Magariisa Marsaa 2ffaan har’a eegala
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2015 (FBC)-Naannoo Oromiyaa Godinoota garaagaraa keessatti duulli dhaabbii biqiltuu uummata bal'aa hirmaachise har'a ni gaggeeffama.
Duulichis mata duree "Boruu…
Mariin hariiroo Ityoophiyaa fi Bootsiwaanaa cimsuuf xiyyeeffate gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Bootsiwaanaan hariiroo dippilomaasummaa yeroo dheera qaban daran cimsuuf mariin xiyyeeffate gaggeeffameera.
Afrikaa Kibbaatti…
Hoggaansi mul’ata qabu wayita jiraatu hojiin hojjetus qabatamaan mul’ata-Pir. Saahilawarqi
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2015 (FBC)- Hoggaansi mul’ata qabu wayita jiraatu hojiin hojjetus qabatamaan mul’ata jedhan Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen.
Pireezidaanti…