Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Walitti qabduun Boordii Filannoo hojii gadi lakkisuuf iyyata galfatan
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2015 (FBC) – Walitti qabduun Boordii Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa Burtukaan Miidhaksaan fedhii isaaniin hojii gadi lakkisuuf iyyata galfataniiru.
Sababa…
Chaayinaan Misooma Anniisaa Haaroomuu Ityoophiyaa guddisuuf deeggarsa kan taasiftu ta’uu…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2015 (FBC) – Chaayinaan tattaaffii Ityoophiyaatti Misooma Anniisaa Haaroomuu guddisuun jireenya lammiilee fooyyessuuf taasifamu cimsitee kan deeggartu ta'uu…
Haadhaf ilma dabalatee balaa elektirikaan lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2015 (FBC) –Finfinnee fi Naannoo Ummattoota Kibbaatti Haadhaf ilma dabalatee balaa elektirikaan lubbuun namoota 3 darbuu ibsame.
Magaalaa Finfinnee kutaa…
Pirojektoonni kumni 19 fi 900 ol Birrii biiliyoona 54 fi miiliyoona 280 oliin ijaaraman tajaajilaaf…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2015 (FBC) – Oromiyaatti bara kana Pirojektoonni kumn 19 fi 900 ol Birrii biiliyoona 54 fi miiliyoona 280 oliin ijaaraman tajaajilaaf qophaa’uu Bulchiinsi…
Ministeerrii Qonnaa fi Albuudaa waloon hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2015 (FBC) – Asiidummaa Biyyoo yeroo gababaa keessatti hir’isuuf Ministeerri Qonnaa fi Albuudaa waloon hojjeechuuf waliigalaniiru.
Haaluma kanaan Asiidummaa…
Baankiin Siinqee fi Koomishiniin Turizimii Oromiyaa waloon hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2015 (FBC) – Baankiin Siinqee fi Koomishiniin Turizimii Oromiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallattessaan.
Waliigalticha Koomishinarri koomishinii Turiziimii…
Hawaasni Yuunivarsiitii Wallaggaafi Jiraattotni Magaalaa Naqamtee Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2015 (FBC) – Hawaasni Yuunivarsiitii Wallaggaafi Jiraattotni Magaalaa Naqamtee Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa boqonnaa 2ffaa dhaabaniiru.
Yuunivarsiitichi…
Naannoo Somaaleetti sagantaan dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa boqonnaa 2ffaan eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2015 (FBC) – Naannoo Somaaleetti sagantaan dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa boqonnaa 2ffaan mata duree ‘Egeree keenya har’a haa dhaabnu’ jedhuun eegalameera.…
Magaalaa Ambootti balaa konkolaataa mudatee lubbuun namoota 10 darbe
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Amboo iddoo addaa Taltallee jedhamutti balaa konkolaataa ganama kana mudateen lubbuun namoota 10 darbuu ibsame.
Konkolaataan…
Dorgommii yaada carraa hojii uumuu biyyoolessaa irratti dorgomtoonni badhaasa Doolaara kuma 350…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2015 (FBC) – Sirni Badhaasaa dorgommii yaada carraa hojii uumuu biyyoolessaa tumsa Ministeera Hojii fi Oggumnaa fi Faawundeeshinii Maasteer Kaardiin qopha’e…