Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gatii gurgurtaa sibiilotaa fi konkolaattota tajaajilaan alaa ta’anirratti fooyyessi taasifame
Finfinnee, Mudde 10, 2015 (FBC)- Dhaabbilee mootummaatti kan argaman sibiilotaa fi konkolaattota tajaajilaan alaa ta’anirratti fooyyassi taasifamuun eerame.
Ministeerri Albuudaa fi Abbaan…
Yakkamtoonni hojjettuu manaa guddattuu umrii waggaa 12 ajjeessan adabbii cimaa waggaa 25 adabaman
Finfinnee, Mudde 10, 2015 (FBC) – Yakkamtoonni hojjettuu manaa guddattuu umrii waggaa 12 ajjeesuun wayita dhoksanii awwaaluuf jedhan to’ataman adabbii cimaa waggaa 25 adabamaniiru.…
Duulli kunuunsa Ashaaraa Magariisaa Oromiyaatti bor eegala
Finfinnee, Mudde 10, 2015 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti duulli kunuunsa Ashaaraa Magariisaa Boru kan eegalu ta’uu Biiroon Qonnaa Oromiyaa Beeksise.
Duulichaan kunuunsa biqiltuu, hojiin…
Oromiyaatti guddina magaalotaa saffisaan dabaluuf xiyyeeffannoon hojjatamaa jira jedhame
Finfinnee, Mudde 10, 2015 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa magaalota keessatti misooma ariifachisaa fiduu fi bulchiinsa gaarii dhugoomsuuf sochii taasisaa jiruun bu'aan qabatamaan…
Guyyaan farra malaanmaltummaa Sadarkaa Oromiyaatti kabajame
Finfinnee, Mudde 10, 2015 (FBC)-Guyyaan farra malaanmaltummaa addunyaa Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti yeroo 17ffaaf mata duree "Malaanmaltummaa irratti qabsa'uun gochaani" jedhuun guyyaa…
Horsiisee bultoota hongeen miidhamaniif deeggarsi taasiifame
Finfinnee, Mudde 10, 2015 (FBC) – Dhaabbnni Gargaarsa Mullis jedhamu Godina Booranaa Aanaa Dubulluqitti horsiisee bultoota hongeen miidhamaniif Daakuu kuntaala 200 ol gumaacheera.…
Hojiin suphaa buufata madda anniisa Rappii hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Mudde 10, 2015(FBC)- Hojiin suphaa buufata madda anniisa Rappii hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Buufatichi balfa goggogaarraa anniisaa kan maddisiisu yoo ta’u, hojiin suphaa…
Jilli Paartii Badhaadhinaa Koonfiraansii Kongirasii Biyyaalessaa Afrikaa Kibbaarratti hirmaachaa…
Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)-Jilli Miseensota Paartii Badhaadhinaa Koonfiraansii Kongirasii Biyyaalessaa Afrikaa Kibbaa 55ffaarratti hirmaachaa jira.
Paartileen lamaan hariiroo…
Milkaa’inni waliin ga’iinsaa fi hirmaannaa barnootaan mul’ate qulqullina barnootaa…
Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)-Waggootii lamaan darban milkaa'inni gama waliin ga’iinsaa fi hirmaannaa barnootaan mul'ate qulqullina barnootaa mirkaneessuun dabalamuu qaba jedhan…
Zaambiyaatti lubbuun lammiilee Ityoophiyaa 27 darbuu gareen qulqulleessu gara Zaambiyaatti qajeele
Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)- Ministeerri Dhimma Alaa Zaambiyaa naannawaa Lusaakaatti lammiilee Ityoophiyaa ta’uu kan shakkaman lubbuun namoota 27 darbuu hordofee taatecha gareen…