Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dorgommii yaada carraa hojii uumuu biyyoolessaa irratti dorgomtoonni badhaasa Doolaara kuma 350…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2015 (FBC) – Sirni Badhaasaa dorgommii yaada carraa hojii uumuu biyyoolessaa tumsa Ministeera Hojii fi Oggumnaa fi Faawundeeshinii Maasteer Kaardiin qopha’e…
Fooramiin itti fayyadama qabeenya Bishaanii fi Inarjii 11ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2015 (FBC) – Fooramiin itti fayyadama qabeenya Bishaanii fi Inarjii 11ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Fooramichi mata duree “Milkaa’ina galmoota…
Obbo Dammaqaan Dirre Dhawaatti dhaabbilee Biiznasii daawwatan
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Dirre Dhawaatti dhaabbilee Biiznasii daawwataniiru.…
Aadde Adaanech Tajaajila dijitaalaawaa Mana Kitaabaa Abrihootitti eegalchiisan
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2015 (FBC)- Mana Kitaabaa Abrihootitti tajaajila dijitaalaawaa eegalchiisuu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ibsan.
Manni…
Qondaaltonni mootummaa, hoggantoonni caasaa nageenyaa, oomishtoonni daldala seeraan alaa…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2015 (FBC)- Qondaaltonni mootummaa, hoggantoonni caasaa nageenyaa, oomishtoonni daldala seeraan alaa albuuda Warqeerratti hirmaatan 32 to’annoo jala oolfamuu…
Shawaa Kaabaatti nageenya ummataa booressuuf socho’aa kan turaan miseensonni garee badiisaa to’annoo…
Finfinnee Waxabajjii 18, 2015 (FBC)- Godina Shawaa Kaabaatti nageenyaa meeshaalee waraanaa gurmuu fi dhuunfaa hidhachuun nageenyaa hawaasaa booressuuf kan socho’aa turan miseensonni garee…
Baranas ummatni dhaabbii biqiltuurratti Xiiqiin hirmaatee biyya laliste dhaloota dhaalchisuu qaba…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2015 (FBC)- Ummannii Naanoo Oromiyaa baranas akkuma kanan duraa dhaabbii biqiltuurratti xiiqiin hirmaatee biyya badhaatee fi laliste dhaloota dhaalchisuuakka qabu…
Tola ooltonni daangaa ce’oo Sagantaa Ashaaraa Magariisaa gaggeessan
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2015 (FBC)- Daraggoonni hirmaattota tajaajila tola ooltummaa daangaa ce’aa Magaalaa Aggaarootti sagantaa Ashaaraa Magariisaa eegalachiisaniiru.
Sagantichi mata…
Jeneraal Ababaawuu humna addaa deebisanii gurmeessuuf hojiileen hafan yeroo gabaaba keessatti akka…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2015 (FBC)- Hojiilee humna addaa deebisanii gurmeessuu sadarkaa maaliirra akka jiruu gamaaggamuuf waltajjiin marii xiyyeeffate Waajjiraa Poolisii Federaalaatti…
Godina Jimmaatti sagantaan dhaabbii biqiltuu eegalame
Finfinnee Waxabajjii 18, 2015 (FBC)- Godina Jimmaa Aanaa Oomoo Naaddaatti, mata duree “Boruu keenya har’a haadhaabnu” jedhuun sahagnataa dhaabbii biqiltuu geggeeffameera.
Saganticharratti…