Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gujiitti Kaffaltoota gibiraa adda dureef beekkamtiin kenname
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2015 (FBC)-Godina Gujiitti kaffaltoota gibiraa addaa dureef beekkamtiin kenname.
Saganticharratti Ittaanaan Bulchaa Godina Gujii Obbo Abdurrazaaq Huseen akka…
Koomishinarri Jeneralaa Dammallash Gabiremikaa’el mootummaan Jibuutiin Niishaanii Kabajamaa…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2015 (FBC)-Koomishinarri Jeneraalaa Koomishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabiremikaa’eel Mootummaa Jibuutiitiin Niishaanii Kabajaa Poolisii biyyattii…
Ityoophiyatti dhaabbileen deeggarsaa sababa deeggarsa addaan kutaniif Koreen qoratu hundaa’ee hojii…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2015 (FBC)- ‘USAID’ fi Sagantaan Nyaataa Addunyaa deeggarsa Ityoophiyaaf taasisan sababa yeroof addaan kutaniif Koreen Teekinikaa dhimmicha qoratu hundaa’ee…
Manni Maree Magaalaa Bishooftuu hundaa’e
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2015 (FBC)- Yaa'iin walitti makamiinsaa fi hundeeffama Mana Maree Magaalaa Bishooftuu gaggeeffameera.
Mootummaan Naannoo Oromiyaa barana magaalonni walitti…
Hundi Keenyaa waltaanee yoo hojjenne gaarri hiyyummaa ce’uu hindandeenye hinjiru-Pir. Saahilawarqi…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2015 (FBC)- Hundi Keenyaa waltaanee yoo hojjenne gaarri hiyyummaa ce’uu hindandeenye hinjiru jedhan Pireezidantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen.
Pireezidaanti…
MM Abiy Ahimad Ityoophiyaan nyaataan of danda’uuf tattaaffii taasisaa jirtu yaa’ii Paaris irratti…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Yaa’ii Waliigaltee Haara Faayinaansii Idil Addunyaa Faransaay Paarisitti gaggeeffamerratti, muuxannoo fi tattaaffii…
Pireezidanti Shimallis ijaarsa Siidaa Goototaa fi Galma hunda galeessaa eegalchiisan
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Godina Shawaa Kibbaa Lixaatti ijaarsaa Siidaa Gootota fi Galma hunda galeessaa…
Hanqina Faayinaansii jijjiirama qabeenyaa qilleensaa biyyootaa guddachaa jiranii guutuun…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2015 (FBC)- Gufuulee jijjiirama qabeenyaa qilleensaaf deebii kennuuf hanqina faayinaansii jijjiirama qilleensaa biyyoota guddachaa jiranii guutuun barbaachisaa…
Waltajjiin marii Institiyuutii Dhimma Alaa Dippiloomasii Ityoophiyaa gaggeeffama jira
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2015 (FBC)- Waltajjiin marii Institiyuutii Dhimma Alaa Dippiloomasii Ityoophiyaa gaggeeffama jiraachuun ibsame.
Waltajjicharratti haasawa kan taasisan Itti…
Boordichi bu’aa yeroo murtee ummataa Godina Walaayittaa ifoomse
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2015 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa bu’aa yeroo murtee ummataa irraa deebiin Godina Walaayittaatti gaggeeffame sadarkaa godinaatti ifoomseera.
Boordichi…