Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaan sirna viizaa ishee Afrikaanotaaf salphisuun fooyya’iinsa argisiisuu Baankiin…
Finfinnee, Mudde 7, 2015(FBC)- Ityoophiyaan waggoottan 6’n darban jechuunis bara Faranjootaa 2016-2022 sirna viizaa ishee Afrikaanotaaf caalmaan salphisuun ulaa ishee banuun fooyya’iinsa…
Jilli Keeniyaa jaarsa biyyaa gosa Dagoodiyaa Wabar Abdillee Wabar Abdiif badhaasa kabajaa kennuuf…
Finfinnee, Mudde 7, 2015(FBC)- Jilli Keeniyaa jaarsa biyyaa gosa Dagoodiyaa Wabar Abdillee Wabar Abdiif badhaasa kabajaa kennuuf naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaa galuu ibsame.
Jilichi…
Miidhaa yaaddessaa kontiroobaandii fi daldalli seeraan alaa biyyaa fi naannorraan ga’u daangessuuf…
Finfinnee, Mudde 7, 2015 (FBC) – Daldalli seeraan Alaa fi Kontiroobaandiin madda rakkoo nageenyaa ta’uu Itti aanaan Pireezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin ibsan.…
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa qonnaan bultoota miiliyoonaan lakkaa’aman fayyadamoo taasuu ibsame
Finfinnee, Mudde 7, 2015(FBC)- Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa qonnaan bultootaaf lakkoofsa qusannoo baankii addaa qopheessuun miiliyoonota fayyadamoo taasuu ibsame.
Baankichi gahee…
Yaa’iin Waggaa Sagantaa Misoomaa DhMG Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Mudde 7, 2015(FBC)- Yaa’iin Waggaa Sagantaa Misoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti Ministirri Ministeera…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 14 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an
Finfinnee, Mudde 7, 2015 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 14 har'a gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa 924 dhiirota, 63…
Naannichatti nageenyi waaraan akka mirkanaa’uuf mootummaan wareegama guddaa kaffaleera- Obbo…
Finfinnee, Mudde 7, 2015(FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti nageenyi waaraan akka mirkanaa’uuf mootummaan wareegama guddaa kaffaleera jedhan Pireezidaantiin naannichaa Obbo Ashaadilii…
Komishinichi aanaalee kuma 1fi 300’tti hirmaattota marii adda baasuuf ta’uu ibse
Finfinnee, Mudde 7, 2015(FBC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa aanaalee kuma 1 fi dhibba 3 keessatti hojii galmeessaafi hirmaattota marii adda baasuu kan eegalu ta’uu ibsame.
Komishinichi…
MM Abiy Ahimad abbootii qabeenyaa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 7, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad abbootii qabeenyaa Ameerikaa waliin mari’atan.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad carraalee invastimantii…
Qormaanni Kutaa 12ffaa marsaa 2ffaan Mudde 18-21,2015tti ni kennama jedhame
Finfinnee, Mudde 6, 2015(FBC)- Qormaanni Kutaa 12ffaa marsaa 2ffaan Mudde 18-21,2015tti kan kennamu ta’uu Tajaajilli Madaallii Qormaataafi Barnootaa beeksise.
Qormaaticharratti kan…