Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbileen karoora, imaammataa fi tarsiimoo yeroo waliin deemu hojii irra oolchuu qabu-Dooktar…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2015 (FBC)- Dhaabbileen karoora, imaammataa fi tarsiimoo ifa ta'e yeroo waliin deemu qabaachuun hojii irra oolchuu akka qaban Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa…
Haroowwan Abbaayyaa fi Caamoo balaa irraa baraaruuf hojiilee bal’aa gaafata jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2015 (FBC)- Haroowwan Abbayyaa fi Caamoo sababoota namtochee garaagaraan balaa dhabamuu fuulleffataanii jirurraa baraaruuf hojiilee eegumsa naannawaa bal’aa akka…
Naannoo Amaarratti sagantaan jalqabsiisaa Ashaaraa Magariisaa marsaa 2ffaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2015 (FBC)- Naannoo Amaaraatti sagantaa jalqabsiisaa Ashaaraa Magariisaa marsaa 2ffaa qondaaltonni olaannoo naannolee Sadarkaa Federaalaa bakka argamanitti…
Sagantaan Ashaaraa Magariisaa Marsaa 2ffaan Dilbata dhufu eegala
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2015 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti Sagantaan Ashaaraa Magariisaa marsaa 2ffaan kan bara 2015, Dilbata dhufu Waxabajjii 18, 2015 akka eegalu eerame.
Saganticha…
Oromiyaatti pirojektootni Birrii biliyoona 54 fi miliyoona 280 oliin ijaaraman eebbaaf qophaa’an
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2015 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti pirojektootni kuma 19 fi 900 ol Birrii biiliyoona 54 fi miliyoona 280 oliin ijaaraman eebbaaf qophaa'uu Biiroon Kominikeshinii…
MM Abiy Ahimad hoggantoota Baankii Addunyaa fi Dhaabbata Maalllaqaa Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2015 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantii Baankii Addunyaa Aajaay Baangaa waliin mari'ataniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad gama…
Biyyoonni Afrikaa tumsaa fi hariiroo naannawaa cimsuun ce’umsa anniisaa haaromuu guddisuu qabu…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2015 (FBC) – Fooramanii Inarjii Afrikaa Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jira.
Fooramicharratti hirmaachaa kan jiran Ministirri Ministeera Bishaanii fi…
Shakkamtoonni meeshaalee waraanaa fi warqee karaa seeran alaa mana keessatti kuusan to’ataman
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2015 (FBC) – Shakkamtoonni meeshaalee waraanaa fi warqee karaa seeran alaa mana jireenyaa keessatti kuusanii argaman to’atamuu Poolisiin Federaalaa beeksiise.…
Sagantaan yaadannoo wareegama Dooktar Anbaachoow Makonniin gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2015 (FBC) – Sagantaan yaadannoo wareegama Pireezidaantii duraanii naannoo Amaaraa Dooktar Anbaachoow Makonniinii fi hoggantoota naannichaa waggaa 4ffaan…
Hawaasa Dhaloota Ijaaraa Jiruuf Galata Qabna! – Pireezidaanti Shimallis
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2015 (FBC) – Hawaasa Dhaloota Ijaaraa Jiruuf Galata Qabna! jedhan Pireezidaantiin naanoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
Pireezidaanti Shimallis, Ijaarsa…