Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Fooramiin Nageenyaa Dubartoota Afrikaa 3ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 2015(FBC)- Fooramiin Nageenyaa Dubartoota Afrikaa 3ffaan guyyaa har’aa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Sagantaa baniinsa fooramichaarratti Pireezidaantii…
Jiibsamii waliin fe’amee gara Keeniyaatti dabarfamaa kan ture baalli hadoochituun Kg 6000 ol…
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)-Naannoo Kibbaa Godina Oomoo Kibbaarraa jiibsamii waliin kan fe’amee baala hadoochitu kiiloo giraamaa kuma 6 fi 150 to’annoo jala oochu Poolisiin godinichaa…
MM Abiy Ahimad Ministira Alaa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Ameerkaa Antooniyoo Biliinkeen waliin mari'ataniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad…
MM Abiy Ahimad Gorsaa Nageenya Biyyaalessaa Ameerikaa Jaak Saaliivaan waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 4, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Gorsaa Nageenya Biyyaalessaa Ameerikaa Jaak Saaliivaan waliin mari’atan.
Mariin isaanii haala hojiirra oolmaa waraana…
Pireezidaanti Saahilawarq Zawdeen naannoo Sidaamaaf meeshaalee ispoortii deeggarsa taasisan
Finfinnee, Mudde 4, 2015(FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen naannoo Sidaamaaf meeshaalee ispoortii kubbaa miilaa deeggarsa taasisuu ibsame.
Deeggarsicha hogganaan Waajjira…
Dhimmoota yeroo irratti jiraattota kutaalee magaalaa Finfinnee waliin mariin gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 4, 2015(FBC)- Dhimmoota yeroo magaalichaarratti jiraattota kutaalee magaalaa Finfinnee waliin mariin gaggeeffamuu ibsame.
Marichi nageenya sirna baruufi barsiisuu irratti…
Gamaaggamni bu’aa qabeesummaa ijaarsa daandii baaburaa Ityoo-Sudaan Kaartumitti eegale
Finfinnee, Mudde 4, 2015 (FBC)- Daandii baaburaatiin Ityoophiyaa fi Sudaan walquunnamsiisuuf kan gaggeeffamaa ture waltajjii gamaaggama qorannoo bu’aa qabeesummaa har’a Kaartumitti eegale.…
Afaar naannawaalee sababa waraanaan midhamanitti pirojektoonni Birrii miiliyoona 200’n hojiirra…
Finfinnee, Mudde 4, 2015 (FBC)- Naannoo Afaaritti naannawaalee sababa waraanaan midhamanitti piroojektoonni Birrii miiliyoona 200 hojiirra ooluuf ta’uun ibsame.
Pireezidaantiin Naannoo…
Pirojektii misooma annisaa hurkaa Tulluu Mooyyeef deeggarsi Doolaara miiliyoona 10 eeyyamame
Finfinnee, Muddee 4, 2015 (FBC)-Baankiin Misooma Afrikaa, Ityoophiyaatti Pirojektii Misooma annisaa hurkaa Tulluu Mooyyeef deeggarsi Doolaara miiliyoona 10 eeyyame.
Pirojektiin misooma…
Marii biyyaalessaa milkeessuuf hoggansi itti gaafatama isaa sirnaan bahachuu qaba-Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Muddee 4, 2015 (FBC)- “Marii biyyaalessaa hirmaachisaa milkeessuuf hoggansi Paartii Badhaadhinaa hunduu itti gaafatama irraa eegamu sirnaan bahachuu qaba” jedhan Ittaanaa…