Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Jimmaatti sagantaan Dhaabbii Biqiltuu ashaaraa magarisaa Aanaa Manchootti eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Godina Jimmaatti Sagantaan Dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa magarisaa Aanaa Manchootti eegalameera.
Bara kana godinichattii biqiltuu biiliyoona 1 ol…
Ambaasaaddar Misgaanuun Ministira Daldala Idil Addunyaa Ingiliz waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Ministira Daldala Idil Addunyaa Ingiliz Niigal Hadilistan waliin dhimmoota waloo…
Piroojektoonni anniisaa haaromsamuu daangaa ce’aan tokkummaa naannawaa cimsuuf qooda olaanaa qaba…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) - Piroojektoonni Anniisaa haaromsamuu daangaa ce’aan hariiroo daldala Humnaa guddisuurra darbee tokkummaa naannawaa cimsuuf qooda olaanaa qabaachuu…
Ityoophiyaa fi Sudaan Kibbaa waliigaltee tajaajila Geejjibaa Qilleensaa mallateessan
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) - Ityoophiyaa fi Sudaan Kibbaa tajaajila Geejjibaa Qilleensaa eeyyama yeroon laatamaa ture dhaabbataa fi hunda galeessa taasiisuuf waliigaltee…
Obbo Ristuu Yirdaaw qaamoolee filannoon karaa nagaan akka xumuramu deeggarsa taasisan galatteeffatan
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) - Pireezidaantiin Naannoo Ummattoota Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaaw qaamoolee filannoon murtoo Uummataa Walaayittaa irra deebiin gaggeeffame karaa nagaan…
Bishooftuutti Piroojektoonni garagaraa 52 Birrii biiliyoona 1.8 oliin hojjetamaa jiran eebbaaf…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) - Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuutti Piroojektoonni garaagaraa 52 Birrii biiliyoona 1.8 oliin hojjetamaa jiran xumuramuun eebbaaf qophaa'uu bulchiinsi…
Boordichi bu’aan xumuraa filannoo murtoo uummataa Walaayitaa Waxabajjii 19/2015 kan ifoomu ta’uu…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa bu’aan xumuraa filannoo murtoo uummataa Walaayitaatti irra deebiin gaggeeffame Waxabajjii 19/2015 kan ifoomu beeksise.…
Yaa’iin Waldaa Geejjiba Idil Addunyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Yaa’iin Waldaa Geejjibaa Idil Addunyaa dhimma Afrikaarratti xiyyeeffate Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichi mata duree “Humna Damee…
IGAD tarsiimoo Nageenya nyaataa fi bulchiinsa qisaasama oomisharratti mariii gaggeessaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Mootummoonni Misoomaa Baha Afrikaa tarsiimoo Nageenya nyaataa fi bulchiinsa qisaasama oomisharaarratti Finfinneetti mariii Ministirootaa gaggeessaa…
Fooramiin biyyaalessaa Tajaajila bishaan magaaloota Ityoophiyaa 14ffaa gaggeeffama jira
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Fooramiin biyyaalessaa Tajaajila bishaan magaaloota Ityoophiyaa 14ffaa magaalaa Dirre Dhawaatti gaggeeffama jira.
Fooramichi tajaajila bishaan…