Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mojootti piroojeektiwwaan 48 Birrii miiliyoona 280 oliin ijaaramaan tajaajilaf qophaa’aan
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2015 (FBC) – Magaalaa Mojootti piroojeektoonni 48 Birrii miiliyoona 280 oliin ijaaramaan xumuuramuun tajaajilaf qophaa’uu ibsameera.
Magaalichatti bara kana…
Sagantaan eegalchiisa ijaarsa manneen waliin jireenyaa kuma 60 gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ijaarsa manneen waliin jireenyaa kuma 60 eegalchiisaniiru.
Manneen kunneen baajata mootummaa fi…
Hojii dhabeeyyii miiliyoona 2.6 oliif Carraa hojii uumuun danda’ame – Pireezidaanti…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2015 (FBC) –Bara baajataa kana Hojii dhabeeyyii miiliyoona 2.6 oliif Carraa hojii uumuun danda'amuu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Laggeen daangaa ce’oo Afrikaarratti mariin xiyyeeffate boru gaggeeffama
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2015 (FBC)- Laggeen daangaa ce’oo Afrikaa walqixxummaa fi sababa bu’uureffachuun haala fayyadamuun danda’amurratti mariin xiyyeeffate boru akka gaggeeffamu…
Ityoophiyaan Miseensa ‘Digital Public Goods Alliance’ taate
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan Miseensaa ‘Digital Public Goods Alliance’ (DPGA) taate.
Daayrektarri Olaanaa Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo Obbo Solomoon Sookaa akka…
Mootummaan nageenya lammiilee Sudaanitti argamanii eeguuf hojjechaa jira-Amb. Burtukaan Ayyaanoo
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2015 (FBC)- Mootummaan nageenya lammiilee Ityoophiyaa Sudaanitti argamanii eeguuf hojjechaa jira jedhan Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar…
Seeraan ala daddabarsitoota albuudaa seera qabsiisuuf tarkaanfiin eegalame cimee itti fufa-Obbo…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2015 (FBC)- Mootummaan seeraan ala daddabarsitootaa fi oomishtoota albuudaa seera qabsiisuuf tarkaanfiin fudhachuu eegale cimee kan itti fufu ta’uu Pireezidaantiin…
Tajaajilli tola ooltummaa dargaggoonni miiliyoonni 20 irratti hirmaatan Jimaata eegala
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2015 (FBC)- Tajaajilli tola ooltummaa biyyaalessaa Ganna bara 2015 Jimaata dhufuu eegalee kan gaggeeffamu ta’uu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa…
Komii fi iyyannoo bakka jiranii dhiyeeffachuuf sirni oonlaayinii hojiirra oole
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2015 (FBC)- Ministeerri Haqaa galmeelee yakkootaa murtoo argatan irratti tajaajilamtoonni komii fi iyyannoo qaban bakka jiran irraa dhiyeeffachuuf kan dandeessisu…
Hoggantoonni naannichaa tokkummaan bu’aa fiduuf kutannoon hojjechuu qabu-Obbo Umad Ujuluu
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2015 (FBC)- Hoggantoonni Naannoo Gaambeellaa tokkummaa raawwii fi ilaalchaa uumuun damee hundaan bu’aa barbaadamu fiduuf kutannoon hojjechuu akka qaban…