Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaana Yaadannoo Du’aa Ka’uu Yesuus Kiristoos sababeeffachuun halkan har’aa madfiin si’a 9 ni…
Finfinnee, Eebla 7, 2015(FBC)- Ayyaana Yaadannoo Du’aa Ka’uu Yesuus Kiristoos guyyaa boruu kabajamu sababeeffachuun halkan har’aa madfiin si’a 9 kan dhukaafamu ta’uu Raayyaa Ittisa Biyyaatti…
Abbootiin amantaa Ayyaana Yaadannoo Du’aa Ka’uu Yesuus Kiristoos ilaalchisuun ergaa baga ittiin isin…
Finfinnee, Eebla 7, 2015(FBC)- Abbootiin amantaa Ayyaana Yaadannoo Du’aa Ka’uu Yesuus Kiristoos ilaalchisuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Hordoftoonni amantaa kiristaanaa…
Fooramiin Invastimantii abbootii qabeenyaa Ityoophiyaafi diyaaspooraa magaalaa Waashingitan DC’tti…
Finfinnee, Eebla 7, 2015(FBC)- Fooramiin Invastimantii abbootii qabeenyaa Ityoophiyaafi diyaaspooraa magaalaa Waashingitan DC Embaasii Ityoophiyaatti gaggeeffameera.
Ministirri Ministeera…
Mariin Waloo Mootummaa Naannolee Oromiyaafi Somaalee Magaalaa Dirree Dhawaatti gaggeeffame
Finfinnee, Eebla 7, 2015(FBC)- Mariin Waloo Mootummaa Naannolee Oromiyaafi Somaalee Magaalaa Dirree Dhawaatti bakka Pireezidaantoonni naannolee lameenii argamanitti gaggeeffameera.…
MM Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Xaaliyaanii Joorjiyaa Meelooniif affeerraa Irbaataa taasisan
Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Xaaliyaanii Joorjiyaa Meelooniif Masaraa mootummaa guddichaatti affeerraa Irbaataa taasisaniiru.…
Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa fi Pireezidaanti Musxafee Mohaammad Dirree Dhawaatti sagantaa…
Finfinnee, Eebla 06, 2015 (FBC) - Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mohaammad sagantaa Afxira Magaalaa…
MM Abiy Ahimad Pireezidaanti Hasan Sheek Mahaammad waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammad daawwannaa hojiif har'a Finfinnee dhufan simachuun waliin mari'ataniiru.…
Ayyaanonni Faasikaa fi Iid Alfaxir haala tokkummaa cimsuun kabajamuu qabu – Obbo Kadir Juwaar
Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Ayyaanonni Faasikaa fi Iid Alfaxir haala tokkummaa cimsuun kabajamuu akka qaban Kantibaan Magaalaa Dirre Dawaa Obbo Kadir Juwaar ibsan.
Obbo Kadir Juwaar…
Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa lammiilee harka qalleeyyii kuma 1 oliif maaddii qoode
Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa ayyaanoota Faasikaa fi Iid Alfaxir sababeeffachuun lammiilee harka qalleeyyii kuma 1oliif maaddii qoideera.
Lammiileen…
Ayyaanni Fannoo Iyyasuus Kiristoos kabajame
Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) –Ayyaanni Fannoo Iyyasuus Kiristoos hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaan kabajame.
Hordoftoonni Amantaa Ortodoksii Waloomaa, Kaatoolikii fi Hordoftoonni…