Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy Ahimad Paartileen Obboleeyyanii Sudaan garaagartee jiru mariin akka furan waamicha…
Finfinnee, Eebla 7, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Paartileen Obboleeyyanii Sudaan gochaalee waliitti bu'iinsa babal'isanirraa of qusachuun garaagartee jiru mariin akka…
Magaalaa Jimmaatti Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun harka qalleeyyii 100’f deeggarsi taasifame
Finfinnee, Eebla 7, 2015(FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Jimmaa Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun namoota harka qalleeyyii 100’f deeggarsa meeshaalee garaagaraa taasise.
Deeggarsicha Waajjirri…
Pireezidaantiin Soomaaliyaa daawwannaa hojii Ityoophiyaatti taasisan xumuruun gara biyyaatti…
Finfinnee, Eebla 7, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Soomaaliyaa Hasan Sheek Mahaammad daawwannaa hojii Ityoophiyaatti taasisan xumuruun gara biyyaatti deebi’aniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI…
MM Abiy Ahimad ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Eebla 7, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ayyaana Yaaddannoo Du’aa Ka’uu Yesuus Kiristoos sababeeffachuun ergaa baga ittiiisin gahee dabarsaniiru.
Ayyaanota…
Muummeen Ministiraa Xaaliyaanii daawwannaa hojii Ityoophiyaatti taasisan xumuruun gara biyyaatti…
Finfinnee, Eebla 7, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa Xaaliyaanii Joorjiyaa Meelooniin daawwannaa hojii guyyoota lamaaf Ityoophiyaatti taasisan xumuruun gara biyyaa isaaniitti debi’an.…
MM Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Xaaliyaaniifi Pireezidaantii Soomaaliyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 7, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Xaaliyaanii Joorjiyaa Meelooniifi Pireezidaantii Soomaaliyaa Hasan Sheek Mahaammad waliin…
Har’a irraa eegalee gurmaa’iinsi humna addaa jedhamu hin jiru- Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaa
Finfinnee, Eebla 7, 2015(FBC)- Har’a irraa eegalee gurmaa’iinsi humna addaa jedhamu kan hin jirre ta’uu Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaan…
Barsiifata gaarii aarsaa Iyyasuus Kiristoos irraa arganne galaa imala keenyaa godhachuun…
Finfinnee, Eebla 7, 2015(FBC)- Barsiifata gaarii aarsaa Iyyasuus Kiristoos irraa arganne galaa imala keenyaa godhachuun murteessaadha jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa…
Du’aa ka’uu Yesuus Kiristoosiin golgaan dukkanaa tarsa’ee, cubbamootaafis…
Finfinnee, Eebla 7, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Ayyaana Yaadannoo Du'aa Ka'uu Yesuus Kiristoos sababeeffachuun hordoftoota amantaa…
Aadde Sa’aadaa Abdurahimaan Ayyaana Yaadannoo Du’aa Ka’uu Yesuus Kiristoosiin…
Finfinnee, Eebla 7, 2015(FBC)- Af-Yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurahimaan Ayyaana Yaadannoo Du'aa Ka'uu Yesuus Kiristoos Sababeeffachuun hordoftoota amantaa kiristaanaa maraaf…