Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Fooramiin waggaa invastimantii baatii kana keessa Finfinneetti gaggeeffama
Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC)- Fooramiin waggaa invastimantii “Invest Ethiopia 2023” Eebla 18-20, 2015 Finfinneetti gaggeeffama.
Ittaanaan Komishinaraa Komishinii Invastimantii…
Eeruu malaanmaltummaa booda hojiin itti gaafatamummaa mirkaneessuu hanna biraaf kan saaxilame ta’uu…
Finfinnee, Eebla 2, 2015(FBC)- Eeruu yakka malaanmaltummaa booda hojiin itti gaafatamummaa mirkaneessuu hanna biraaf kan saaxilame ta’uu Komishiniin Naamuusa Gaariifi Farra Malaammaltummaa…
Oromiyaatti nyaanni beeyladootaa lafti hektaarri kuma 900 misoomaa jiraachuun eerame
Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti nyaanni beeyladootaa lafa hektaara kuma 900 irratti misoomaa jiraachuu Biiroon Misooma Jalliisii fi Horsiisee Bultootaa beeksise.…
Ministirri Alaa Isloovaaniyaaa daawwannaaa hojiif Finfinnee galan
Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Isloovaaniyaaa Taaniyaa Faayan daawwannaaa hojiif Finfinnee galaniiru.
Taaniyaa Faayan wayita Buufata Xiyyaaraa Idil…
Magalichatti Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaaf Birrii miiliyoonni 518 ol walitti qabame
Finfinnee, Eebla 1, 2015(FBC)- Magalaa Finfinneetti baatiiwwan salgan darbanitti jiraattotarraa ijaarsa Hidha Guddicha Haaromsaaf Birrii miiliyoonni 518 ol walitti qabamuu Waajjirri…
Magalichatti piroojektoonni gurguddoon gaaffii uummataa deebisan ijaaramaa jiru- Aadde Adaanech…
Finfinnee, Eebla 1, 2015(FBC)- Magalaa Finfinneetti piroojektoonni gurguddoon gaaffii uummataa deebisan ijaaramaa jiraachuu kantiibaan magaalichaa Aadde Adaanech Abeebeen ibsan.
Aadde…
Dooktar Alamuu Simeen tajaajiloota terminaalota geejjiba uummataan kennaman daawwatan
Finfinnee, Eebla 1, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Geejjibaafi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen tajaajiloota terminaalota geejjiba uummataan kennaman daawwataniiru.
Dooktar Alamuun…
Humna Addaa naannoo Amaaraa karaa addaan hidhannoo hiikkachiisuuf murtoon darbe hin jiru-…
Finfinnee, Eebla 1, 2015(FBC)- Humna Addaa naannoo Amaaraa karaa addaan hidhannoo hiikkachiisuufi bittimsuuf murtoon darbe hin jiru jedhan Pireezidaantiin naannichaa Dooktar Yiliqaal…
Humna nageenyaafi tasgabbii wal fakkaatu gurmeessuuf hojiin eegalame – Hoggantoota nageenyaaf…
Finfinnee, Eebla1, 2015 (FBC) – Humna nageenyaafi tasgabbii wal fakkaatu gurmeessuuf hojiin eegalamuu Hoggantoonni nageenyaaf Tasgabbii Naannoolee beeksisaniiru.
Hojiin humna addaa irra…
Aadde Adaanach Piroojektoota misoomaa hojjetamaa jiran daawwatan
Finfinnee, Eebla1, 2015 (FBC) – Kantibaan Maagaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Piroojektoota misoomaa addda addaa magaalichatti hojjetamaa jiran miseensota kaabinee waliin ta'uun…