Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaan Gita isaanii Isloovaaniyaa Taaniyaa Faayan waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Gita isaanii Isloovaaniyaa Taaniyaa Faayan waliin dhimmoota…
Qoodaa fudhattoonni siyaasaa biyyaattii sochii seeraan alaa fi qajeelfamaa hinqabnerraa of qusachuu…
Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC)- Qooda fudhattoonni siyaasaa biyyaattii sochii seeraan alaa fi qajeelfama hinqabnerraa of qusachuu qabu jechuun Paartiin Badhaadhinaa ibse.
Paartichi haala…
Hojiin eegumsa biyyeefi Bishaanii guyyoota 60’f hojjetama ture cufame
Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC) –Sagantaan cufiinsa hojii eegumsa biyyeefi Bishaanii guyyoota 60'f tajaajila lammummaatiin hojjetamaa ture gaggeeffame.
Sagantaan cufiinsaarratti Hogganaa…
Ajandaalee diigumsaa qolachuuf Biirooleen Kominikeeshinii Federaalaa fi naannolee tumsaan hojjechuu…
Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC) – Ajandaalee diigumsaa qolachuuf Biirooleen Kominikeeshinii Federaalaa fi naannolee tumsaan hojjechuu akka qaban Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Dooktar…
Ministeerichi Sooma Faasikaafi Ramadaanaa sababeeffachuun namoota harka qalleeyyii kuma 2fi 800’f…
Finfinnee, Eebla 2, 2015(FBC)- Ministeerri Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa sooma Guddichaafi Ramadaanaa sababeeffachuun namoota harka qalleeyyii magaalichaa kuma 2fi 800’f maaddii qoodeera.…
Jalqabbii dorgommii kalaqaa daran cimsuuf hojjatamaa jira -BBO
Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC)- Jalqabbii dorgommii kalaqaa daran cimsuuf hojjatamaa jiraachuu Biiroon Barnootaa oromiyaa beeksise.
Biirichi Sirna deeggarsaa fi hordoffii kalaqaalee…
Hojiin Nageenyaa hojii qindoomina fi kutannoo barbaadudha – Komishinar Araarsaa Mardaasaa
Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC) – Hojiin Nageenyaa hojii qindoomina olaanaa fi kutannoo cimaa barbaadu ta'uu Hogganaan Biiroo Bulchiinsaafi Nageenya Oromiyaa Komishinar Araarsaa Mardaasaan…
Jilli Obbo Geetuun durfamu Godina Harargee Lixaatti hojii Misooma qonnaa daawwate
Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC) –Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu godina Harargee Lixaatti Hojii Misooma Qonna daawwateera.
Jillichi Aanaa Mi'eessootti…
Manni Maree Ministirotaa dhimmoota garaagaraatti mari’achuun murtoo dabarse
Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 19ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota garaagaraatti mari’achuun murtoo garaagaraa dabarseera.
Manni marichaa wixinee…
Dhaabbileen Pirojektii “Maaddiin Dhalootaaf” deeggarsa taasisuu ammallee itti fufaniiru
Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC)- Dhaabbileen garaagaraa Pirojektii “Maaddiin Dhalootaaf” deeggarsa taasisuu ammallee itti fufaniiru.
Waajjirri Muummee Ministiraa dhaabbileen garaagaraa…