Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Adeemsi humna addaa naannolee deebisanii gurmeessuu tokkummaa ummattootaa mirkaneessuuf hojmaata…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC) –Adeemsi humna addaa naannolee deebisanii gurmeessuu tokkummaa ummattootaa, fayyadamummaa diinagdee fi nageenya waaraa mirkaneessuuf hojmaata murteessaa…
Aadde Samaariitaa Sawaasawu Daayrektara Damee Qonnaa Baankii Misooma Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015(FBC)- Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Aadde Samaariitaa Sawaasawu Daayrektara Damee Qonnaa Baankii Misooma Afrikaa Dooktar Paaskaal Saagiingaafi Dura…
Dooktar Caalaa Waataan Mana Murtiitti dhiyaatan
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin duraanii Yuunivarsitii Bulee Horaa Dooktar Caalaa Waataan mana murtiitti dhiyaatan.
Dooktar Caalaa Waataan yakka malaanmaltummaan…
Jilli Ministira Dhimma Alaafi Dhimmoota Awurooppaa Isloovaaniyaan durfamu daawwannaa hojiif gara…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015( FBC)- Jilli Ministira Dhimma Alaafi Dhimmoota Awurooppaa Isloovaaniyaa Taaniyaa Faayaniin durfamu daawwannaa hojiif gara Ityoophiyaa kan dhufu ta’uu…
Waggaa 29ffaan duguggaa sanyii lammiilee Ruwaadaa yaadatame
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC)- Waggaa 29ffaan duguggaa sanyii lammiilee Ruwaandaarratti raawwatame yaadatame.
Sirna yaadannoo Galma Gamtaa Afrikaatti gaggeeffamerratti Ministir…
Sagantaa Afxiraa daandiirraa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuuf daandiiwwan cufaman ifooman
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015( FBC)- Sagantaa Afxiraa daandiirraa guyyaa boruu magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuuf qophiin xumuramuu poolisiin magaalichaa beeksiseera.
Sagantichi mata…
Jilli Dooktar Girmaan durfamu naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti hojiilee misoomaa…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti hojiilee misooma Qonnaa daawwateera.…
Paarkiin Qindaa’aa Indaastirii Qonnaa damee qonnaa ceesisuurratti gahee olaanaa qabaachuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015( FBC)- Paarkiin Qindaa’aa Indaastirii Qonnaa damee qonnaa ceesisuurratti gahee olaanaa qabaachuu Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allabal ibsan.…
Pireezidaantii Shimallis Abdiisaan Komishinara Haaromsa Biyyaalessaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC)-Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Komishinara Koomishinii Haaromsa Biyyaalessaa waliin mari'ataniiru.…
Maqaa Pireezidantii Shimallis Abdiisaa fayyadamuun kanneen yakka raawwatan hidhaa cimaa fi…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC)-Maqaa Pireezidantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fayyadamuun sanada sobaa qopheessuu fi seeraan ala Waldaa raabsitootaa Simmontoo…