Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan biyya sabdaneettii duudhaa mandhalee qabdudha- Obbo Hayiluu Addunyaa
Finfinnee, Hagayya 9, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan biyya sirnoota siyaasaa garaagaraan ijaaramaa dhufte, biyya sabdaneettii duudhaa mandhalee rakkoolee nageenyaa furuu danda'an qabdudha jedhan…
Godina Booranaatti qonna Arfaasaarraa callaa kuntaalli miiliyoonni 1 fi kumni 200 argame
Finfinnee, Hagayya 8, 2017(FMC) - Godina Booranaatti hanga ammaatti oomisha qonna Arfaasaa sassaabamerraa callaa kuntaalli miiliyoonni 1 fi kumni 200 argameera jedhe Waajjirri Qonnaa…
Mallattoo birmadummaa kan ta’e Hidha Guddicha Haaromsaa garaagarummaa tokko malee deeggaruu qabna-…
Finfinnee, Hagayya 8, 2017 (FMC)- Mallattoo birmadummaafi guddinaa kan ta’eef Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaanonni hundi garaagarummaa tokko malee deeggarsa isaanii cimsanii akka itti…
Fillannoon Majliisa biyyaalessaa boru eegala
Finfinnee, Hagayya 8, 2017 (FMC)- Filannoon Majliisa Biyyaalessaa boru eegala jedhe Boordiin Raawwachiistuu Filannoo Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa.
Walitti Qaban Boordii…
Hidhi Haaroomsaa Piroojektii Afrikaan ittin boontudha- Dooktar Injiinar Haabtaamuu Ittafaa
Finfinnee, Hagayya 8, 2017 (FMC)- Hidhi Guddichi Haaroomsaa Itiyoophiyaa dandeettii mootummaa akkasumas hirmaannaa Itiyoophiyaanoota biyya keessaa fi alaa jiraataniin kan ijaarame…
Hojii Itiyoophiyaan jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuuf hojjette bu’aa qabatamaa fideera-…
Finfinnee, Hagayya 8, 2017(FMC)- Ministeerri Pilaaniifi Misoomaa hojiileen Itiyoophiyaan jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuuf hojjette bu'aa qabatamaa fidaniiru jedhe.
Ministir Deetaan…
Oromiyaatti hojii tajaajila lammummaan barattoota kuma 500 oliif barnoonni tiitooriyaalii kennamaa…
Finfinnee, Hagayya 8, 2017(FMC)- Naannoo Oromiyaatti hojii tajaajila lammummaan barattoota kuma 500 fi kuma 63 oliif barnoonni tiitooriyaalii kennamaa jira jedhe Biiroon Barnootaa…
Ciccituu Daandii Asfaaltii Hawaasa Komachiise
Finfinnee, Hagayya 7, 2017(FMC) - Daandiin Aspaaltii guddichi magaalaa Dodolaa fi Roobęe Baalee walquunnamsiisu ciccituun hawaasaafi konkolaachiftoota komachiise.
Daandiin kun ciccituun…
Hidhi qooqaa humnaa ol waan guuteef bishaan gadi lakkifama – Ministeera Bishaanii fi Inarjii
Finfinnee, Hagayya 7, 2017(FMC) - Rooba cimaa ganna kana roobaa jiruun Hidhi Qooqaa hamma bishaanii qabachuu qabuu ol waan qabateef boruu irraa eegalee hidhicha hir'isuuf bishaan baay'inaan…
Ministeerichi Aliyaansii Soolaarii Idil Addunyaa waliin waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Hagayya 7, 2017 (FMC) –Ministeerri Bishaanii fi Inarjii Aliyaansii Soolaarii Idil Addunyaa waliin waliigaltee Madda Soolaarii xixxiqaa kiloowaatii sa’aatii 700 fi Paarkii…