Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Seeraa mallattoo tokkummaa fi cimina ummata Halaabaa…
Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Ayyaanni bara haaraa ummata Halaabaa seeraan mata duree 'ayyaanni seeraa agarsiiftuu sabdaneessaa fi waldanda'uuti' jedhuun Magaalaa Finfinneetti…
Ayyaanni Waggaa Qullubbii Gabreelii kabajamaa jira
Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC)- Ayyaanni waggaa Qullubbii Gabre'eelii sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira.
Ayyaanichi bakka hordoftoonni amantichaa argamanitti kara duudhaa amantaa…
Konfiransichi miira tumsaa Itiyoophiyaafi Chaayinaa kan calaqqisiisu- Pirezidaanti Taayyee…
Finfinnee, Mudde 18, 2018( FMC)- Konfiransiin Tumsa Dinagdee fi Daldala Bunaa Itiyoophiyaa – Chaayinaa miira tumsaa biyyoota lameenii kan calaqqisiisudha jedhan Pirezidaantiin FDRI Taayyee…
Itiyoophiyaan diinagdee magariisaa waaraa tarsiimoon hogganamu ijaaruuf hojjechaa jirti- Dooktar…
Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan diinagdee magariisaa waaraa tarsiimoon hogganamu ijaaruuf hojjechaa jirti jedhan Ministirri Ministeera Geejjibaafi Loojistiksii Dooktar Alamuu…
Badhaadhinni Itiyoophiyaa diinagdee magariisaa kan bu’uureffate akka ta’uuf hojjetamaa jira- Obbo…
Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Badhaadhinni Itiyoophiyaa diinagdee magariisaa kan bu’uureffate akka ta’uuf hojjetamaa jira jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan.…
Masoob Tajaajila giddugala tokkoo dabalataa 79 banuuf karoorfame – Komiishinicha
Finfinne, Mudde 18, 2018 (FMC) - Bara kana hanga xumura baatii Eblaatti Masoob tajaajila giddugala tokkoo dabalataa 79 banuuf karoorfamee hojjetamaa jira.
Komiishineerri Komiishinii…
Eebbifamoo Abunee Saawiroosiifi Abunee Diyoosqoroosiin ayyaana waggaa Qullubbii Gabre’eelii kabajuuf…
Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Abbootiin Amantaa Ortodoksii Waloomaa Hojigaggeessaa Olaanaan Lubummaa Waliigalaa Eebbifamoo Abunee Saawiroosiifi Barreessaa Olaanaan Sinoodosii Abunee…
Abbaan Taayitichaa Teeleevizhinii ‘JPS‘f Xalayaa akeekkachiisaa kenne
Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC)- Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa Teeleevizhinii JPS'f ('Jesus Prophetic Ispirit Church) xalayaa akeekkachiisaa kenneera.
Miidiyaaleen amantaalee…
Oromiyaatti hanga ammaatti pirojektonni bishaanii 364 ol xumuraman
Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) - Biiroon Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa bara kana pirojektoota bishaanii kuma 2 fi 266 ijaaruuf karoorfatee hanga ammaatti pirojektoota 364 xumureera jedhe.…
Ministeerichi manneen magaalaa Dirre Dhawaatti ijaare harka qalleeyyiif dabarse
Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Ministeerri Dhimma Alaa manneen jireenyaa magaalaa Dirre Dhawaatti ijaare harka qalleeyyiif dabarseera.
Ministeerichi manneen jireenyaa 20 Embaasii…