Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Galmoota Misooma Baadiyyaa…
Finfinnee, Mudde 22, 2018, (FMC) - Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojiilee misoomaa fayyadamummaa uummataa sadarkaa olaanaan dhugoomsan hojiirra oolchaa jira jedhe Biiroon Kominikeeshinii…
Dafqa keenyaan birmadummaa wabii nyaataa mirkaneessuun seenaa haaraa ni hojjenna – Obbo Addisuu…
Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) – Dafqa keenyaan birmadummaa wabii nyaataa mirkaneessuun seenaa boqonnaa haaraa ni barreessina jedhan Ministirri Ministeera Qonnaa obbo Addisuu Araggaan.…
Manni Kitaabaa yaadannoo barreessaa walaloofi yeedaloo artist Yaayyehiyiraad Alaamirroo eebbifame
Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) – Manni Kitaabaa yaadannoo barreessaa walaloofi yeedaloo artist Yaayyehiyiraad Alaamirroo guyyaa har’aa eebbifameera.
Kitaabileefi ragaalee biroo…
Waraanni taatee addunyaarratti uumaman keessaa hamaa fi yaraa isa dhumaati – Jeneraal Baacaa Dabalee
Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) – Waraanni taatee addunyaarratti uumaman keessaa hamaa fi yaraa isa dhumaati jedhan Ambaasaaddar Jeneraal Baacaa Dabaleen.
Hammeenyummaa fi yarummaa…
Galmee Siiviilii fi Maatii diijitaalaa saffisiisuun Tarsiimoo Diijitaal Itiyoophiyaa 2030…
Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) – Galmee Siiviilii fi maatii Diijitaalaa saffisiisuun Tarsiimoo Diijitaal Itiyoophiyaa 2030 milkeessuuf qooda olaanaa qaba jedhe Tajaajilli Immigireeshinii fi…
Fayyadamummaa qonnaan bultoota buna oomishanii mirkaneessuuf hojjechaa jirra – obbo Addisuu…
Finfinnee, Mudde 21, 2018 (FMC) - Hojiiwwan fooyya’iinsaa fayyadamummaa qonnaan bultoota buna oomishanii mirkaneessan hojjetamaa jiru jedhan Ministirri Qonnaa Obbo Addisuu Araggaa.…
Hojiileen qonnaan bultoonni eegalan badhaadhina Itiyoophiyaaf agarsiiftuudha – Obbo Addisuu…
Finfinnee, Mudde 21, 2018 (FMC)- Hojiileen Qonnaan bultoonni oomishtummaa guddisuun jiruuf jireenya isaanii jijjiiruuf eegalan badhaadhina Itiyoophiyaaf agarsiiftuudha jedhan Ministirri…
Dhimma ulaa galaanaa irratti hundi waloon dhaabbachuun barbaachisaadha- Dooktar Geediyoon…
Finfinnee, Muddee 21, 2018 (FMC) – Dhimma ulaa galaanaa irratti hundi waloon dhaabbachuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos.
Dooktar…
Giddugalli Aadaa Oromoo Amaataroota marsaa 12ffaaf leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Muddee 21, 2018 (FMC) – Giddugalli Aadaa Oromoo amaataroota ogummaa garaagaraan marsaa 12ffaaf leenjisaa ture eebbisiiseera.
Hogganaa itti aanaan Biiroo Aadaafi Tuuriziimii…
Giddugaloonni baadiyyaa pilaaniin ijaaraman misooma waaraa magaalaaf utubaadha- Aadde Caaltuu…
Finfinnee, Mudde 21, 2018 (FMC) – Giddugaloonni baadiyyaa pilaaniin ijaaraman misooma waaraa magaalaaf utubaadha jedhan Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu…