Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerichi Aliyaansii Soolaarii Idil Addunyaa waliin waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Hagayya 7, 2017 (FMC) –Ministeerri Bishaanii fi Inarjii Aliyaansii Soolaarii Idil Addunyaa waliin waliigaltee Madda Soolaarii xixxiqaa kiloowaatii sa’aatii 700 fi Paarkii…
Naannoo keenyaatti dhangaggummaan biyyee lafa heektaara miiliyoona 2.3’tti tilmaamamu miidhera- Obbo…
Finfinne, Hagayya 6, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa naannichatti dhangaggummaan biyyee lafa heektaara miiliyoona 1.79 hanga miiliyoona 2.3 miidhuu ragaaleen ni…
Hidha Haaromsaa Guddichaaf deggersa keenya itti fufna – jiraattota
Finfinne, Hagayya 6, 2017 (FMC) – Jiraattonni godinaalee Wallaggaa arfan Hidhi Haaromsaa Guddichi eebbaaf ga'uu isaatiif gammaduu ibsaniiru.
Waancaan Hidha Haaromsaa Guddichaas magaalaa…
Mootummaan haaromsa hambaaleef xiyyeeffannoo kennuun nageenya hambaalee eegsiseera
Finfinne, Hagayya 6, 2017 (FMC) – Xiyyeeffannaan mootummaan haaromsa hambaaleef kenne nageenya qabeenya hambaalee kabachiisuuf gargaareera jedhe Abbaan Taayitaa Hambaalee Itiyoophiyaa.…
Itiyoophiyaan hariiroo Afrikaanotaa cimsuun qindoomina ardichaaf gahee ishee ni bahatti- Obbo Adam…
Finfinnee, Hagayya 6, 2017(FMC) – Pireezidaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah Itiyoophiyaan hariiroo Afrikaanotaa cimsuun qindoomina ardichaaf gahee ishee ni bahatti…
Hawaasni diyaaspooraa sagantaa ajandaa walitti qabuu irratti dammaqinaan akka hirmaatu waamichi…
Finfinnee, Hagayya 6, 2017(FMC) – Hawaasni diyaaspooraa sagantaa ajandaa walitti qabuu irratti dammaqinaan akka hirmaatu Komiishiniin Maree Biyyaalessaa waamicha dhiyeesse.
Komiishinarri…
Ida’amuun waliigaltee biyyaalessaafi misooma waaraa ijaara- Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Hagayya 6, 2017(FMC) – Pireezidaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah Ida’amuun waliigaltee biyyaalessaafi misooma waaraa ijaara jedhan.
Obbo Adam Faaraah…
Magalaa Asallaatti kenna tajaajila lammummaan namoonni kuma sagalii ol gargaarsa argatan
Finfinnee, Hagayya 6, 2017(FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti kenna tajaajila lammummaa gannaan namoota harka qalleeyyii kuma sagalii fi 500’f deeggarsi akaakuu garaagaraa Birrii…
Hidhattoonni duraanii kumni 65 fi 500 ol gara hawaasaatti deebi’aniiru
Finfinnee, Hagayya 6, 2017(FMC) – Komishiniin Haaromsa Biyyaalessaa hidhattoonni duraanii kumni 65 fi 500 ol adeemsa haaromsaan gara hawaasaatti deebi’aniiru jedhe.
Manni Maree Paartii…
Itiyoophiyaan deeggarsa ajandaa qabeenya qaamolee bishaanii IGAD’f taasistu cimsitee itti fufti
Finfinnee, Hagayya 6, 2017(FMC) – Ministeerri Qonnaa Itiyoophiyaan deeggarsa ajandaa qabeenya qaamolee bishaanii Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa/IGAD’f taasistu cimsitee itti…