Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Giddugalli Aadaa Oromoo Amaataroota marsaa 12ffaaf leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Muddee 21, 2018 (FMC) – Giddugalli Aadaa Oromoo amaataroota ogummaa garaagaraan marsaa 12ffaaf leenjisaa ture eebbisiiseera.
Hogganaa itti aanaan Biiroo Aadaafi Tuuriziimii…
Giddugaloonni baadiyyaa pilaaniin ijaaraman misooma waaraa magaalaaf utubaadha- Aadde Caaltuu…
Finfinnee, Mudde 21, 2018 (FMC) – Giddugaloonni baadiyyaa pilaaniin ijaaraman misooma waaraa magaalaaf utubaadha jedhan Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu…
Finfinneetti qabiyyee lafaa kaadaasteraan galmeessuu…
Finfinnee, Mudde 20, 2018 (FMC) - Magaalaa Finfinneetti qabiyyee lafaa hojiin kaadaasteraan galmeessuu xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhe Ejansiin Galmeessa Odeeffannoo Qabiyyee Lafaa.…
Qonna Jallisii naannoo Somaalee guddachaa dhufe…
Finfinnee, Mudde 20, 2018 (FMC) – Naannoo Somaaleetti qonni jallisii bonee guddachaa dhufeera jedhe naannichi.
Misoomni jallisii yeroo dhiyoo as guddachaa dhufeera jedhan Itti Aanaan…
Hojiin eegumsa biyyee fi Bishaanii naannichatti hojjetame bu’aa qabatamaa fide – obbo…
Finfinnee, Mudde 20, 2018(FMC) - Naannoo Amaaraatti hojiin eegumsa biyyee fi bishaanii hojjetamaa jiru bu'aa qabatamaa fideera jedhan Pirezidaantiin naannichaa obbo Araggaa Kabbadaa.…
Cabiinsa diinagdeerraa gara dandamachuutti
Finfinnee, Mudde 20, 2018 (FMC) – Fooyya’iinsa diinagdee gooroo guutuun dameewwan garaagaraan bu’aawwan qabatamaafi guddina waaraa galmeesse jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa.…
Aadde Adaanech Abeebeen pirojektoota dhaabbilee Poolisii 32 eebbisiisan
Finfinnee, Mudde 20, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen dhaabbilee Poolisii fi Ittisa Balaa Ibiddaa haaraa ijaarsi isaanii xumurame 32 eebbisiisaniiru.…
Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti pirojektoota tajaajila hundagaleessa hawaasaaf kennan
Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti pirojektoota hawaasa naannawa Marii Looqeef tajaajila hundagaleessa…
Kabajni ayyaana waggaa qullubbii Gabre’eelii milkiin xumurame – Poolisii Federaalaa
Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Kabajni ayyaana waggaa qullubbii Gabre'eelii milkiin xumurame jedhe Poolisii Federaalaa.
Hordoftoota amantaa Ortodoksii waloomaan waggaatti yeroo lama kan…
Sassaabbiin oomishaa Godina Baalee
Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Qonnaan bultoonni Godina Baalee qisaasama oomishaa mudatu xiqqeessuuf teeknooloojitti fayyadamuun oomisha isaanii sassaabaa jiru.
Godinichatti yeroo waqtii…