Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerichi manneen magaalaa Dirre Dhawaatti ijaare harka qalleeyyiif dabarse
Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Ministeerri Dhimma Alaa manneen jireenyaa magaalaa Dirre Dhawaatti ijaare harka qalleeyyiif dabarseera.
Ministeerichi manneen jireenyaa 20 Embaasii…
Dantaa biyyaalessaa eegsisuuf kominikeeshinii tarsima’aa ta’e qabaachuu barbaachisaadha
Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Gumiin Balal marsaan 48ffaa mata turee "Dantaa Biyyaalessaafi Miidiyaa" jedhuun Waajjira Pirezidaantii Oromiyaatti geggeeffamaa jira.
Gumii Balal…
Akkuma loltuun daangaa biyyaa tiksu, qaaxxeefi olola sobaa qolachuun dantaa biyyaalessaa eeguun…
Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC)- Akkuma loltuun daangaa biyyaa tiksu, qaaxxeefi olola sobaa qolachuun dantaa biyyaalessaa eeguun gahee miidiyaa olaanaadha jedhan Hogganaan Biiroo…
Obbo Tamasgeen Xurunaan Dhaabbata Barnootaa Olaanaa Mana Amantaa Kaatoolikii Itiyoophiyaa Iikuustaa…
Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan Dhaabbata Barnootaa Olaanaa Mana Amantaa Kaatoolikii Itiyoophiyaa Iikuustaa Magaalaa Shaggar Naannoo…
Lafa qonnaa bal’aa naannawaa gammoojjii misoomsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira- Obbo Addisuu…
Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) - Lafa qonnaa bal’aa naannawaa gammoojjii misoomsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Ministirri Ministeera Qonnaa Obbo Addisuu Araggaan.
Obbo Addisuu…
Duudhaalee Sirna Gadaa tiksuun dhalootaaf dabarsuun nageenyaa fi misooma biyyaaf murteessaadha…
Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Duudhaalee Sirna Gadaa tiksuun dhalootaaf dabarsuun nageenyaa fi misooma biyyaaf murteessaadha jedhe Inistityuutii Qorannoo Oromoo.
Waltajjiin "Gabbisa…
Damee beeyladaarraa bu’aan barbaadamu akka argamuuf qorannoon deeggaramuun hojjetamaa jira
Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC )- Mootummaan naannoo oromiyaa damee beeyladaa irraa bu'aan barbaadamu akka argamuuf xiyyeeffannoo olaanaan hojjetaa jira jedhe Biiroon Kominikeeshinii…
Guyyaan Hundeeffama Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa waggaa 90ffaan Amajjii 15 – 19, 2018tti kabajama
Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Guyyaan Hundeeffama Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa waggaa 90ffaan Amajjii 15 – 19, 2018tti sagantaalee garaagaraan kabajama.
Guyyichi mata duree ‘Humni…
Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen bara haaraa faranjootaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii…
Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen bara haaraa faranjootaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Pirezidaanti Taayyeen ergaa…
Waltajjiin Maree waa’ee Itiyoophiyaa Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Waltajjiin Maree waa’ee Itiyoophiyaa Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa Gubaatti gaggeeffamaa jira.
Pireezidaantii Naannoo Beenishaanguul Gumuuz obbo…