Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Muummeen Ministiraa balaa hongeef deebii mootummaan kenne lammiilee baraaruu ibsan
Finfinnee, Bitootessa 19, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad gita balaan hongee mudateetiin hojiilee bal’aan utuu hinhojjetamnee lammiilee hedduun akka miidhaman dubbatan.…
Idaan alaa %30.6 irra garaa %24.4tti hir’isuun danda’ameera-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 19, 2015 (FBC)- Idaan biyyaa alaa %30.6 irraa gara %24.4tti hir’isuun akka danda’ame Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad…
Haalli sakatta’iinsaa fi kanneen balleessan to’achuun cimee kan itti fufu ta’uun ibsame
Finfinnee, Bitootessa 19, 2015 (FBC)- Haalli sakatta’iinsaa fi kanneen balleessan to’achuun cimee kan itti fufu ta’uu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ibsan.
Finfinneetti, humnoota…
Humnoota hidhatan waliin nageenya buusuuf mootummaan koree hundessuun hojjechaa jira-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 19, 2015 (FBC)-Mariin Shanee waliin taasifamuu adeemsarra akka jiruu fi mootummaan koree hundessuun hojjechaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad himan.…
Nageenya bu’uuressuun akkuma waraanaa gootummaa barbaachisa-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 19, 2015 (FBC)-Nageenya bu’uuressuun akkuma waraanaa gootummaa akka barbaachisu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad…
Rakkooleen Idaa liqaa, qaala’iinsa jireenyaa, bu’uuraalee misoomaa rakkoolee guddina Ityoophiyaa…
Finfinnee, Bitootessa 19, 2015(FBC)- Rakkooleen Idaa liqaa, qaala’iinsa jireenyaafi bu’uuraalee misoomaa rakkoolee guddina Ityoophiyaa qoraa jiran ta’uu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad…
Farra misoomaa kan ta’e malaammaltummaa irratti hundi qabsaa’uu qaba- MM Abiyy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 19, 2015(FBC)- Farra misoomaa kan ta’e malaammaltummaa irratti hundi qabsaa’uu akka qabu Muummeen Ministiraa FDRI Abiyy Ahimad ibsan.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad…
Ityoophiyaan bishaan lafa jalaa misooma Jaallisiif oolu meetir kiyuubii biiliyoona 23 qabachuun…
Finfinnee, Bitootessa 19 ,2015 (FBC)- Ityoophiyaan bishaan lafa jalaa misooma jaallisiif ooluu meetir kiyuubii biiliyoona 23 kan qabdu ta’uu Inistiitiyuutiin Tiraanisfoormeeshinii Qonnaa…
Ambaasaaddar Zyaawoo Yziyuuwaan hariiroo Afrikaa – Chaayinaaf gumaacha Daandiin Qilleensaa…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2015 (FBC) – Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zyaawoo Yziyuuwaan hariiroo Afrikaa - Chaayinaaf gumaacha Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa taasiiseef…