Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tajaajilichi hojjettoota 109’rratti tarkaanfii fudhate
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Tajaajilli Elektirikii Finfinnee hojjettoota 109 irratti tarkaanfii naamusaa fudhachuu beeksise.
Hojii Raawwachiisaan Olaanaa Tajaajilichaa Dooktar…
Ityoophiyaan qamaadii alaa galchuu irraa gara erguutti ceete –Ministeera Qonna
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan qamaadii kutannoon oomishuun biyyaa alaatii galchuurraa gara alaatti erguutti ce’uu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amaantee…
Nageenyi waaraan naannichatti akka mirkanaa’uuf tumsi abbootii amantaa fi jaarsolii biyyaa…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Nageenyi waaraan naannichatti akka mirkanaa’uuf tumsi abbootii amantaa fi jaarsolii biyyaa murteessaa ta’uu Pireezidaantiin Naannoo Gaambeellaa Obbo…
Ambaasaaddar Tarrafaa Darriboo Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Chaayinaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Tarrafaa Darriboo Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Chaayinaa Zhi Biingi waliin mari’ataniiru.…
Korichi dhaabbii paarkiin indaastirichaa guddina oomishaa alergeef xiyyeeffannaa akka kennuu…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Koreen Dhaabbii Dhimmootaa Dhaabbilee Misoomaa Mootummaa Paarkiin Indastirii Adaamaa oomisha alergee guddisuun biyyattiin damecharraa faayidaa argachuun…
Obbo Shimallis Abdiisaan naannoo Somaaleetti mana barumsaa eebbisiisan
Finfinnee, Bitootessa 19, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaafi Pireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Muusxafee Mahaammad naannoo Somaaleetti mana…
Ityoophiyaafi Jaappaan misooma hoortikaalchariin waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Bitootessa 19, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Jaappaan misooma hoortikaalchariin waliin hojjechuuf waliigaluu ibsame.
Waliigalticha Ministeera Qonnaatti Ministir Deetaan damee…
Jilli Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Jigjigaa gale
Finfinnee, Bitootessa 19, 2015(FBC)- Jilli hoggantoota olaanoo Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Jigjigaa galeera.
Jilichi wayita…
Kaabineen naannoo Beenishaangul Gumuz murtoo garaagaraa dabarse
Finfinnee, Bitootessa 19, 2015(FBC)- Kaabineen naannoo Beenishaangul Gumuz walga’ii idilee gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarse.
Kabineen naannichaa walga’ii…
Muummeen Ministiraa balaa hongeef deebii mootummaan kenne lammiilee baraaruu ibsan
Finfinnee, Bitootessa 19, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad gita balaan hongee mudateetiin hojiilee bal’aan utuu hinhojjetamnee lammiilee hedduun akka miidhaman dubbatan.…