Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kantiibaa Adaanech Manneen Tajaajila Tola Ooltummaan ijaaraman dabarsanii kennan
Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen manneen Tajaajila Tola ooltummaa gannaan ijaaraman kuma 1 fi 671 dabarsanii kennaniiru.…
Sosochiin Tajaajilli tuuristii qulqullina akka qabaatu taasisu eegaluufi
Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC)- Sosochiin tajaajilli tuuristii qulqullina akka qabaatu taasisuuf kayyeeffate eegaluufi jedhan Ministirri Tuurizimii Salaamaawit kaasaan.
Sosochichi…
Wanti hindanda’amne hin jiru……
Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC)- Barataa Gosaa Nageessoo Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 Saayinsii uumamaan qabxii 589 galmeessuun sadarkaa 2ffaa kan argateedha.
Gosaa…
Ayyaanni Jijjiirraa baraa Saba Walaayittaa ‘Yooyyoo Gifaataan “ kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC)- Jijjiirraan baraa Saba Walaayittaa 'Yooyyoo Gifaataan' sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira.
'Yooyyoo Gifaataan' Saba Walaayittaa biratti barri…
Hidha Haaroomsaa Pirojektii Itiyoophiyaanonni waloon milkeessan…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC) _ Hidhi Guddichi Haaromsa Itiyoophiyaa pirojektii Itiyoophiyaanonni waloon milkeessaniidha jedhan Pirezidaantii Itti aantuun Naannoo Hararii Aadde Roozaa…
Eebbifamuu Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa sababeeffachuun hiriirri deeggarsaa Samaraatti…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC)- Eebbifamuu Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa sababeeffachuun hiriirri deeggarsaa fi gammachuu ibsannaa Naannoo Afaar Magaalaa Samaraatti gaggeeffamaa…
Gahumsi raayyaan ittisaa amma irra jiru qaamolee jiraachuu Itiyoophiyaa hin barbaanneef ergaa kan…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen gahumsi raayyaan ittisaa amma irra jiru qaamolee jiraachuu Itiyoophiyaa hin barbaanneef ergaa kan dabarsudha…
Faanaa Miidiyaa Korporeeshiniif beekamtiin kenname
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Faanaa Miidiyaa Korporeeshin gahee wayita Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Idil-addunyaa Mootummoota Gamtoomanii gaggeeffametti bahateef beekamtiin…
Weellisaa Mahaammud Ahimad waancaafi kaabbaa kabajaa badhaafame
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Dorgommii xumuraa moo'aa moo'attootaa marsaa 5ffaa Faanaa Laamroot irratti weellisaa Mahaammud Ahimadiif badhaasni waancaafi kaabbaa kabajaa…
Pheexroos Maasrashaa dorgommii xumuraa moo’aa moo’attootaa marsaa 5ffaa Faanaa Laamroot…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Pheexroos Maasrashaa dorgommii xumuraa moo'aa moo'attootaa marsaa 5ffaa Faanaa Laamroot injifateera.
Dorgommicha 1ffaa bahuun kan injifate Pheexroos…