Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qormaata sababa boba’aan mudatu cichoominaan darbuutu barbaachisa – Dooktar Alamuu Simee
Finfinnee, Bitootessa 9, 2018(FMC) – Qormaata sababa boba’aan mudatu cichoominaan darbuutu barbaachisa jedhan Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen.
Gatii…
Damee Geejjibaafi Loojistiksii guddisuuf…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2018 (FMC) – Damee Geejjibaafi Loojistiksii guddisuuf tumsaan hojjechuun barbaachisaadha jedhe Ministeerri Geejjibaafi Loojistiksii.
Ministeerichi damee geejjibaa…
Qisaasamni boba’aa akka hin uumame Lammiileen itti gaafatamummaa isaanii bahachuu qabu- Abbaa…
Finfinnee, Bitootessa 9, 2018 (FMC)- Qisaasamni boba’aa akka hin uumamne lammiileen hundi itti gaafatamummaa isaanii sirnaan bahachuu qabu jedhan Daayrekrarri Olaanaa Abbaa Taayitaa Boba’aa…
Kantibaa Adaanech Abeebeen kutaalee hawaasaa garaagaraaf maaddii qoodan
Finfinnee, Bitootessa 9, 2018(FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen kutaalee hawaasaa garaagaraa kuma 100 oliif maaddii qoodaniiru.
Kutaalee hawaasaa harka qalleeyyii,…
Itiyoophiyaafi Xaaliyaaniin idaa siqsuuf waliigalan
Finfinnee, Bitootessa 9, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaafi Xaaliyaaniin waliigaltee idaa siqsuu mallatteessuun tumsa tarsiimawaa isaanii cimsan.
Waliigalticha Ministira Ministeera Maallaqaa…
Kemiikaalli sammuu hadoochu kiilogiraamni 4.48 qabame
Finfinnee, Bitootessa 8, 2018(FMC) - Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleen miliqfamee baafamuuf kan ture kemiikaalli sammuu hadoochu Kookeeyni jedhamu kiilogiraamni 4.48 qabamuun himame.…
Dooktar Geediyoon Ximootewoos jila gamaaggama haalduree filannoo Gamtaa Afrikaa waliin…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2018(FMC) - Ministirri Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootewoos jila gamaaggama qophii dursaa filannoo Gamtaa Afrikaa waliin mari'ataniiru.
Ministirichi wayita…
Sagalee dubartootaa biyya ijaaruu keessatti gahee guddaa qabu…
Finfinnee, Bitootessa 8,2018(GMC) -Godina Gujiitti dubartootni galmaa'anii kaardii filannoo fudhatan sagaleen keenya biyya ijaaru keessatti gahee guddaa qabdi jedhan.
Filannoo…
Mootummaan amantaalee hunda qixaan keessummeessa – Kantibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Bitooteessa 8, 2018 (FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hoggantoota mana Amantaa Kiristaanaa warra wangeelaa, Kaatolikii fi Adveentistii waliin…
Filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa irratti hirmaachuuf kaardii filannoo fudhannee qophoofneerra…
Finfinnee, Bitooteessa 8, 2018 (FMC) - Filannoo waliigalaa,marsaa 7ffaa bara kana gaggeeffamu irratti dammaqinaan hirmaachuuf kan nu dandeessisu kaardii filattootaa fudhanneerra jedhan…