Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Iyyoob Takkaallinyi Bulchaa Baankii Biyyaalessaa ta’uun mudaman
Finfinnee, Fulbaana 9, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad mudamoota garaagaraa kennan.
Haaluma kanaan:-
1.Dooktar Iyyoob Takkaallinyi Bulchaa Baankii Biyyaalessaa…
Naannoon Kibba Lixa Itiyoophiyaa xumuramuu Hidha Haaromsaarraa humna misoomaa ni argata- Obbo…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2018(FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan qabeenya uumamaan kan badhaadheefi bakka argama mi’eessituuwwan garaagaraa kan ta’e Naannoon Kibba…
Agarsiisni fi baazaariin Irreechaa Fulbaana 18 irraa eegalee gaggeeffama
Finfinnee, Fulbaana 9, 2018(FMC)- Agarsiisni fi baazaariin Irreechaa Fulbaana 18 irraa eegalee gaggeeffama jedhe Biiroon Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa.
Agarsiisni fi baazaariin Irreechaa…
Qabeenyi kuufamaa naannoo Somaalee biyyaafi dhalootaaf ashaaraa kaa’uuf dandeettii guddaa kan…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2018(FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan qabeenyi kuufamaa naannoo Somaalee yaadama ida’amuun biyyaafi dhalootaaf ashaaraa kaa’uuf dandeettii…
Hidhi Guddichi Haaromsaa mallattoo injifannoofi tokkummaati- Hayyuu Siyaasaa
Finfinnee, Fulbaana 9, 2018(FMC) - Hidhi Guddichi Haaromsaa mallattoo tokkummaa, injifannoofi agarsiistu jaalala biyyaa kan uummanni biyyattii waliin qooddatuufi ittiin walitti hidhamee…
Hidhi Haaromsaa asxaa milkaa’inaa baraa baratti darbudha- Obbo Muusxafee Mahaammad
Finfinnee, Fulbaana 9, 2018(FMC)- Pirezidaantiin Naannoo Somaalee obbo Muusxafee Mahaammad Hidhi Guddichi Haaromsaa asxaa milkaa’inaa baraa baratti darbudha jedhan.
Eebbifamuu Hidha…
Hidhi Haaromsaa dhiigaa fi dafqaa keenyaan kan milkeessine hambaa walooti – Dooktar Nagaash…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2018 (FMC) – Hidhi Guddichi Haaromsa Itiyoophiyaa dhiigaa fi dafqaa keenyaan kan milkeessine hambaa walooti jedhan Pireezidaantiin naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaa…
Dorgommiin xumuraa moo’aa moo’attootaa Faanaa Laamroot marsaa 5ffaan boru gaggeeffama
Finfinnee, Fulbaana 9, 2018 (FMC) – Baatiwwan lamaa oliif dorgomamaa kan ture dorgommiin xumuraa moo’aa moo’attootaa Faanaa Laamroot marsaa 5ffaan boru gaggeeffama.
Pheexiroos Maasrashaa,…
Fooramiin Magaaloota Itiyoophiyaa 10ffaan Naannoo Afaaritti gaggeeffama- Aadde Caaltuu Saanii
Finfinnee, Fulbaana 9, 2018 (FMC) – Fooramiin Magaaloota Itiyoophiyaa 10ffaan Naannoo Afaar Magaalaa Samaraa Loogiyaatti gaggeeffamaa jedhan Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee…
Eebbifamuu Hidha Haaromsaa hordofee Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaatti hiriirri gammachuu fi…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2018 (FMC) – Eebbifamuu Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa hordofee Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaatti hiriirri gammachuu fi deeggarsaa gaggeeffamaa jira.…