Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ogeeyyiin Og-aartii seenessawwan walooma cimsan bocuu qabu- Diyaaqon Daani’eel Kibrat
Finfinnee, Mudde 4, 2018 (FMC)- Ogeeyyiin Og-aartii dhiibbaa seenessaa qolachuuf seenessawwan walooma cimsan bocuu qabu jedhan Gorsaan Dhimmoota Hawaasummaa Ministira Muummee Diyaaqon…
Magaalichatti gammoowwan iddoo oomishaafi gurgurtaa namoota sagantaa seeftiineetiin hammatamanii…
Finfinnee, Mudde 4, 2018 (FMC)- Magaalaa Finfinneetti gammoowwan iddoo oomishaafi gurgurtaa namoota sagantaa seeftiineetiin hammatamanii turaniif dabarfamaniiru.
Kantiibaan Magaalaa…
Misoomni kooriidarii hojiilee aartiif haala mijataa uumu- G/Piroofeesaraa Nabiyyuu Baayyee
Finfinnee, Mudde 4, 2018(FMC)- Misoomni kooriidarii hojiilee og-aartiif haala mijataa uumu jedhan Ministir Deetaan Ministeera Aadaafi Ispoortii Gargaaraan Piroofeesaraa Nabiyyuu Baayyeen.…
Itiyoophiyaa fi Rippablikni Koongoo damee Loltummaan waloon hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaa fi Rippaablikni Koongoo damee Loltummaan waloon hojjechuu dandeessisu sanadaa waliigaltee mallatteessaniiru.
Ministirri Ministeera Raayyaa…
Finfinneen yaa’iwwan idil-addunyaa milkaa’inaan keessummeessuun magaalaa filatamtuu taateetti-…
Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC) _ Finfinneen yaa’iwwan idil-addunyaa milkaa’inaan keessummeessuun magaalaa filatamtuu taateetti jedhan Kantiibaan Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Daandiin Qilleensichaa Xiyyaara Booyingi Diriimlaayin 30ffaa fudhate
Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Xiyyaara Booyingi Diriimlaayin 787 - 8 jedhamu fudhateera.
Xiyyaarri kun imaltoota 213 imalchiisuu danda'a jedhame.…
Itiyoophiyaan bu’uura seeraan faayidaa biyyaalessaa ishee kabachiifachuu ejjennoon itti fufti…
Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC) – Tumsa Mootummaa fi Ummataan shira Ijipti injifannee hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa milkeessine jedhan Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti Miseensi…
Milkaa’ina Maree Biyyaalessaaf qaamoleen tumsitootaa fi dhaabbileen deeggarsa isaanii cimsuu qabu-…
Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC) -Milkaa’ina Maree Biyyaalessaaf qaamoleen tumsitootaa fi Dhaabbileen deeggarsa isaanii cimsanii itti fufu qabu jedhan Komishinarri Olaanaan Komishinii Maree…
Haaromsi Mana Amantaa Kiristaanaa Qulqulluu Goorgis Gannata Tsigee Mannaagashaa seenaa isaa guutuu…
Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan hojiin haaromsa Mana Amantaa Kiristaanaa Qulqulluu Goorgis Gannata Tsigee Mannaagashaa seenaa isaa…
Hawaasnii fi dhaabbileen hundi malaammatummaa ittisuurratti abbummaan qabsaa’uu qabu- Kantiibaa…
Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC)- Hawaasnii fi dhaabbileen hundi malaammatummaa ittisuurratti abbummaan qabsaa’uu qabu jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.…