Browsing Category
Oduu biyya keessaa
ABUT waraana banuun gateettii Ummata Tigraayiin umrii aangoo dheereffachuufi-Booji’amtoota
Finfinnee, Hagayya 30, 2014 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT filmaata nageenyaa dhiyaatee waraana banuun gateettii Ummata Tigiraayiin umrii aangoo isaa dheereffachuuf ta’uu addaa waranaa…
Yaa’iin fayyadamummaa laga Naayil gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 30, 2014(FBC)- Yaa’iin fayyadamummaa haqa qabeessaa biyyoota yaa’a laga Naayil magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Yaa’icharratti Ittaanaa Muummee Ministiraafi…
Waraana garee shororkeessaa ABUT bane irree gamtoomeen qolachuun barbaachisaadha- Dooktar Injinar…
Finfinnee, Hagayya 30, 2014(FBC)- Waraana garee shororkeessaa ABUT birmadummaa biyyaarratti bane irree gamtoomeen qolachuun barbaachisaa ta’uu Ittaanaan Pireezidaantii Naannoo Kibba Lixa…
Gaambeellaatti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa to’atame
Finfinnee, Hagayya 30, 2014 (FBC) – Naannoo Gaambeellaa aanaa addaa Itaangitti Kilaash Kooviin 55 seeran ala daddabarfamaa ture to’atamuu Waajjirri Poolisii aanichaa beeksiise.…
Waldaan Bunaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa hundeeffame
Finfinnee, Hagayya 30, 2014(FBC)- Waldaan Bunaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa guyyaa har’aa magaalaa Finfinneetti hundeeffamuu ibsame.
Waldicha waldaaleen kanaan dura hundaa’an 5 waloon…
Kutaa Magaalaa Lidataatti Sirni agarsiisaafi walharkaa fuudhiinsa Aadaa gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 30, 2014(FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Lidataa, Aanaa 8titti sirni agarsiisaafi walharkaa fuudhiinsa Aadaa gaggeeffamuu ibsame.
Sirnichi bakka qaamoleen…
Lammiilee buqqa’aniif sagantaan galii waliitti qabu gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 30, 2014 (FBC) – Gareen Hojii Qabatamaa Diyaaspooraa Ityoophiyaa Idil Addunyaa sababa balaa umamaa fi walitti bu’iinsaan ummata buqqa’aniif deeggarsa taasisuuf kan oolu…
Waltajjiin marii Addis Wag gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 30, 2014(FBC)-Waltajjiin marii "Addis Wag" bara 2014 xumuraa waajjira Muummee Ministiraatti gaggeeffamaa jira.
Waltajjichi mata duree “ Qormaata, Injifannoofi Abdii”…
Kitaabni seenaa gootota Oromoo “Danbalii” eebbifame
Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Kitaabni mata dureen “Danbalii” seenaa gootota Oromoo of keessatti qabate Ministir Deetaa Ministeera Aadaa fi Ispoortii Aadde Warqinesh Birruun…
Waraanni ABUT bane amala walitti bu’iinsa uumuu qabaachaa ture argisiisa-Alistar Toomsan
Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Alistar Toomsan gaazexeessaa Niwuziilandi. Ogummaa gaazexeessummaatti dabalataan, Ogeessa Quunnamtii Ummataa fi siyaasa quubsumaa xiinxaluun kan…