Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministirri walta’iinsa misoomaa Deenmaarki pirojektiiwwan Wabii Nyaatarratti hojjetaman daawwachaa…
Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC)- Ministirri Walta’iinsa Misooma Deenmaarki Jaan Jargansi Finfinneetti pirojektiiwwan Wabii Nyaatattiin hojjetaman daawwachaa jiru.
Daawwannicharratti…
MMBBU guyyaa boruu muudama ministirootaa ni raggaasisa jedhameetu eegama
Finfinnee, Amajjii 15, 2015(FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa guyyaa boruu muudama ministirootaa ni raggaasisa jedhameetu eegama.
Manni marichaa walga’ii idilee 9ffaa bara hojii…
Lammiileen Kumni 1fi 173 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Amajjii 15, 2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa Kumni 1fi 173 guyyaa har’aa Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu Ministeerri Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa beeksise.…
Godina Arsii fi Arsii Lixaatti hojiin misooma sululaa eegalame
Finfinnee, Amajjii 15, 2015 (FBC) -Godina Arsii fi Arsii Lixaatti Hojiin Misooma Sululaa guyyoota 60f turu eegalameera.
Godina Arsiitti bara kana Aanaalee 25 keessatti Sulula 498 irratti…
Koomishinichi Chaambarii Idil Addunyaa Duubaay waliin invastimantii alaa babal’isuuf waliigale
Finfinnee, Amajjii 15, 2015 (FBC)- Koomishiniin Invastimantii Ityoophiyaa Chaambarii Idil Addunyaa Duubaay waliin Invastimantii alaa babal’isuurratti waliin hojjechuuf waliigaleera.…
Obbo Ahimad Shiideen Ministira Tumsa Diinagdee Deenimaark waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 15, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen Ministira Ministeera Tumsa Diinagdeefi qabeenya qilleensaa Idil Addunyaa Deenimaark Daan Jaargasan…
Ityoophiyaatti yaa’iiwwan idil addunyaa gaggeeffamuun carraa bal’aa uumeera-Dooktar Ballaxaa Mollaa
Finfinnee, Amajjii 15, 2015 (FBC)- Yaa’iiwwan Idil Addunyaa Ityoophiyaatti gaggeeffamuun biyyoonni alaa hedduun gara Ityoophiyaa akka dhufaniif carraa bal’aa uumeera jechuun Ministirri…
Booranaatti lammiileen kumni 604 ol deeggarsa namoomaa barbaadu jedhame
Finfinnee, Amajjii 15, 2015 (FBC) - Godina Booranaatti sababa hongee muudateen lammiileen kumni 604 ol deeggarsa namoomaa kan barbaadaan ta’uu bulchiinsi godinichaa beeksiise.
Deeggarsa…
Komishiniin Marii Biyyaalessaa Abbootii Amantaafi qaamolee dhimmamtootaa waliin marii gaggeessaa…
Finfinnee, Amajjii 15, 2015(FBC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa Abbootii Amantaa, Waldaalee Siiviilii, jaarsolii biyyaa fi qaamolee dhimmamtootaa magaalaa Finfinnee waliin marii gaggeessaa…
Bara kana ummata miiliyoona 2 fi kuma 700f bishaan dhugatii qulqulluu dhiyeessuuf hojjetamaa jira –…
Finfinnee, Amajjii 15, 2015 (FBC) -Biiroon Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa raawwwii hojii baatiwwaan 6’n darbanii magaalaa Adaamaatti gamaaggamaa jiraachun ibsameera.
Godinaalee fi…