Browsing Category
Oduu biyya keessaa
ABUT duguggaan lammiilee nagaa Ciinaarratti raawwate yaadatame
Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT duguuggaan lammiilee nagaa Ciinaarratti raawwate waggaa 1ffaan Ciinaatti gaggeffameera.
Sirna yaadannoo kanarratti…
Oomishaaleen ayyaanaaf barbaachisan magaalattii seenaa jiru jedhame
Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Ayyaana dhufaa jiru sababaeeffachuun galteewwan yeroo ayyaanaa barbaachisan oomishaaleen hedduun gara Magaalaa Finfinnee seenaa jiraachuu Bulchiinsi…
Kooleejonni garaagaraa barattoota barsiisaa turan eebbisan
Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Kooleejiin ‘East Africa’ Damee Adaamaa baratoota gosa garagaraatiin barattoota sadarkaa digirii jalqabaa fi 2ffaan barsiisaa ture 684 guyyaa har’aa…
Waajjirichi namoota qaroo dhabeeyyii kuma 2’f Mana Tsira gumaache
Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Waajjirri Giiftii Duree namoota qaroo dhabeeyyii kuma 2'f Mana Tsira gumaacheera.
Mana Tsirri/Marawwaan/ kun barreeffamoota garaagaraa dubbisuuf,…
Godinichi bara 2015tti barattoota kuma 700 ol simatee barsiisuuf hojjechaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 28,2014(FBC)- Waajjirri barnoota Godina Arsii Lixaa bara barnootaa 2015tti barattoota kuma dhibba 7 fi kuma 51 simatee barsiisuuf hojjachaa jiraachuu beeksise.…
Bulchiinsi magaalichaa qaala’iinsa gatii tasgabbeessuuf tarkaanfii garaagaraa fudhachaan jira jedhe
Finfinnee, Hagayya 28, 2014(FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee qaala’iinsa gatii tasgabbeessuuf tarkaanfiiwwan garaagaraa fudhachaa jiraachuu ibseera.
Bulchiinsi magaalichaa ayyaanaan…
Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa barattoota kuma 3 fi 560 ol eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 28, 2014(FBC)- Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa barattoota gulaantaa garagaraan barsiisaa ture kuma 3 fi 560 ol guyyaa har’aa eebbisiiseera.
Yuunivarsiitichi…
Ejjennoo mootummaan Ityoophiyaa nageenyarratti qabu kan deeggaramudha- Israa’el
Finfinnee, Hagayya 28, 2014(FBC)- Ejjennoo cimaa mootummaan Ityoophiyaa nagenyarratti qabu kan deeggaramu ta’uu Raayyaa Ittisaa Biyyaa Israa’elitti hogganaan dhimmoota Afrikaa Koloneel…
Manni Maree Ministeerotaa murtoo dabarse
Finfinnee, Hagayya 28, 2014(FBC)- Manni Maree Ministeerotaa walga’ii idilee 13ffaa har’a gaggeesseen wixinee imaammataa damee baankii invastaroota alaaf banaa taasisuuf dhiyaaterratti…
Pir.Saahilawarq Zawdeen Mana Barumsaa Olmaa Daa’immanii Faawundeeshinii Dibooraan ijaarame…
Finfinnee, Hagayya 28,2014(FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti Mana Barumsaa Olmaa Daa’immanii Faawundeeshinii Dibooraan ijaarame eebbisiisan.…