Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy Ahimad Pireezidaantiifi Ittaanaa Pireezidaantii duraanii Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa…
Finfinnee, Amajjii 15, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantiifi Ittaanaa Pireezidaantii duraanii Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa waliin mari’ataniiru.
Muummeen…
Aadde Ayinaalam Niguseen Garee Jilaa Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 15, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Galiiwwanii Aadde Ayinaalam Niguseen Afrikaa Bahaatti Garee Jilaa Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa waliin mari’ataniiru.
Mariin…
Hojiin Misooma Sululaa godinaaleefi aanaalee Oromiyaa garaagaraatti jalaqabame
Finfinnee, Amajjii 15, 2015(FBC)- Hojiin Misooma Sululaa godinaaleefi aanaalee Oromiyaa garaagaraatti guyyaa har’aa jalaqabameera.
Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa obbo Geetuu…
Manni Murtii Aadaa Oromiyaa raawwii hojii baatii 6 gamaaggamaa jira
Finfinnee, Amajjii 15, 2015 (FBC) - Manni Murtii Aadaa Oromiyaa raawwii hojii baatii 6 magaalaa Shaashamanneetti gamaaggamaa jira.
Manneen Murtii Aadaa Murtii sobaa hambisuu fi haqa…
Fooyya’iinsa Imaammata Barnootaafi Leenjiirratti mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 15, 2015(FBC)- Fooyya’iinsa Imaammata Barnootaafi Leenjiirratti mariin gaggeeffamaa jira
Maricharratti Ministira Ministeeraa Proofeesar Birhaanuu Naggaa dabalatee…
Oromiyaatti duulli misooma sululaa eegale
Finfinnee, Amajjii 15, 2015 (FBC)- Oromiyaatti duulli hojii misooma sulaalaa bara 2015 eegaleera.
Duulli hojii misoomaa sululaa guutuu Oromiyaatti guyyaa har’aa eegaluu Ittaanaan Hogganaa…
Paarkiin Qonna Qindaa’aa Bulbulaa humna guutuun hojiitti galuun abbootii qabeenyaa hedduu akka…
Finfinnee, Amajjii 15, 2015 (FBC) - Paarkiin Indaastirii Qonna Qindaa’aa Bulbulaa humna guutuun hojiitti galuun abbootii qabeenyaa hedduu akka simatu hojjetamaa jiraachuu Korporeeshiniin…
Hojjettoonni Inistiitiyuutii Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa 2 to’ataman
Finfinnee, Amajjii 15, 2015 (FBC)- Itti gaafatama isaanitti kennamee da’eeffachuun meeshaalee kontiroobaandiin alaa galfaman dabarsuuf kan yaalaan hojjettoonni Inistiitiyuutii Fayyaa…
Jilli Aadde Adaanachiin durfamu fooramii Inisheetiivii hoggansa kantibaawwan Afrikaarratti…
Finfinnee, Amajjii 14, 2015 (FBC) - Jilli Kantiibawwan magaalota Ityoophiyaa Kantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen durfamu fooramii Inisheetiivii hoggansa kantibummaa…
Magaalichatti sakattoo mana nama dhuunfaa tokko keessatti taasiifameen Shugguxiiwwan 27 fi Rasaasni…
Finfinnee, Amajjii 14, 2015 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti sakattoo mana nama dhuunfaa tokko keessatti taasiifameen Shugguxiiwwan 27 fi Rasaasni 300 ol shakkamtoota 2 waliin to'atamuu…