Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kolleejjiin Pooliitekinikaa Tagbaar’ed hundeeffama waggaa 80ffaasaa kabaje
Finfinnee, Hagayya 28,2014(FBC)- Kolleejjiin Pooliitekinikaa Tagbaar’ed guyyaa har’aa hundeeffama waggaa 80ffaasaa kabajeera.
Saganticharratti Ministira Ministeera Hojiifi Ogummaa Aadde…
Kaarnivaalli Shinooyyeefi Goobee Qaammee 1 irraa eegalee Finfinneetti ni kabajama
Finfinnee, Hagayya 28, 2014(FBC)-Kaarnivaalli Shinooyyeefi Goobee marsaa 4ffaan Qaammee 5 irraa eegalee Magaalaa Finfinneefi Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinneetti kan kabajamu ta'uu…
Paartileen siyaasaa filannoo naannawaarratti akka hirmaatan gaafataman
Finfinnee, Hagayya 28, 2014(FBC)- Paartileen siyaasaa filannoo naannawaarratti dammaqinaan akka hirmaatan Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa gaafate.
Boordichi filannoo naannoo…
Yuunivarsiitiiwwan garaagaraa barattoota muummee garaagaraan barsiisaa turan eebbisiisan
Finfinnee, Hagayya 28,2014(FBC)- Yuunivarsiitiiwwan garaagaraa barattoota muummee barnootaa garaagaraan barsiisaa turan eebbisiisaniiru.
Yuunivarsiitiin Gondar barattoota muummee…
Obbo Ristuu Yirdaan manneen jireenyaa lammiilee qe’eesaaniirraa buqqa’aniif ijaaraman daawwatan
Finfinnee, Hagayya 28,2014(FBC)- Pireezidaantii naannoo Uummattoota Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaan manneen jireenyaa lammiilee qe’eefi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif ijaaraman daawwataniiru.…
Lammiileen Ityoophiyaa guutuu addunyaarra jira duula birmadummaa biyyaa kabachiisuuf taasiifame akka…
Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Manni Maree Gochaa Diyaaspooraa Ityoophiyaa Lammiileen Ityoophiyaa guutuu addunyaarra jiraatan duula birmadummaa biyyaa kabachiisuuf taasiifame akka…
Jiraattonni magaalattii dammaqinaan akka eegan Bulchiinsi Finfinnee waamicha dhiyeesse
Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Torban dhufuu ayyaanonni ummataa fi biyyaalessaa kabajaman nagaan akka xumuramaniif jiraattonni magaalattii naannawaa isaanis ta’e magaalattii gurmaa’anii…
Waldaan Biyyaalessaa Saaxilamtoota Dhibee Juuzaam giddugala leenjii eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Waldaan Biyyaalessaa Saaxilamtoota Dhibee Juuzaam giddugala tajaajila galii argamsiisuu fi leenjii ijaarsisuun eebbisiiseera.
Sirna eebbicharratti…
Giddugalichi weerara ABUT kan balaaleffatu ta’uu ibse
Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Giddugalli Dhimmoota Hawaasummaa Israa’el weerara gareen shororkeessaa ABUT irra deebiin eegale kan balaaleffatu ta’uu Hogganaan dhimmoota siyaasaa…
Ityoophiyaafi Turki Carraa hojii uumuufi teekinooloojiirratti walta’iinsa cimaa qabu jedhame
Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Walta’iinsi Ityoophiyaafi Turki gama Carraa hojii uumuufi ce’umsa teekinooloojiin qaban cimaa ta’uu ibsame.
Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Korporeshinii…