Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tattaaffii Nyaatan of danda’uuf taasiifamu keessatti misoomni Qamadii ga’ee olaanaa qaba – Obbo…
Finfinnee, Amajjii 12, 2015 (FBC) – Jilli Pireezidaantii naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan durfamu aanaa Dubtiitti misooma Qamadii daawwateera.
Naannichatti misooma Qamadii dabalatee…
MM Abiy Ahimad hoggantoota olaanoof muudama laatan
Finfinnee, Amajjii 12, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hoggantoota olaanoof muudamoota garaagaraa laataniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad bu'uura heera…
Ayyaanni Cuuphaa nagaan xumuramuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa ibse
Finfinnee, Amajjii 11, 2015 (FBC)- Sadarkaa biyyaalessaattii Ayyaanni Cuuphaa Finfinnee dabalatee naannolee biyyattii hundaatti nagaan kabajamee xumuramuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa…
Naannoon Somaalee raawwii baatiiwwan 6 gamaaggamaa jira
Finfinnee, Amajjii 11, 2015 (FBC)- Naannoon Somaalee raawwii karoora bara 2015 baatiiwwan 6 biiroolee, godinaalee fi bulchiinsa magaalotaa gamaaggamaa jira.
Waltajjii gamaaggamichaarratti…
Balaa ibiddaatiin qabeenyi Birrii miiliyoona 6.2 barbaadaa’e
Finfinnee, Amajjii 11, 2015 (FBC)-Magaalaa Finfinnee fi naannawaa isheetti balaawwan ibiddaa sadii mudateen qabeenyi Birrii miiliyoona 6.2’tti tilmaamamu barbadaa’uu Koomishiniin Hoggansa…
Ayyaana cuuphaa gamtaan kabajuutti gammanneerra-Jiraattota Magaalaa Aksum
Finfinnee, Amajjii 11, 2015 (FBC)- Nageenyi waggootaaf nurraa fagaatee ture deebi’ee Ayyaana Cuuphaa gamtaa fi gammachuun kabajuutti gammanneerra jechuun jiraattonni Magaalaa Aksum ibsan.…
Ayyaanaa Cuuphaa fi Kataraa Finfinneerratti yakka hannaan shakkamtoonni 13 to’annoo jala oolfaman
Finfinnee, Amajjii 11, 2015 (FBC)- Ayyaanaa Cuuphaa fi Kataraa Finfinneerratti yakka hannaan shakkamtoonni 13 to’annoo jala oolfaman.
Bilbiloonni Moobaayilaa namootaa jalaa hataman 20…
Hoggantoonni Naannoo Oromiyaa fi Beenishaangul Gumuz dhimma nageenyaarratti mari’atan
Finfinnee, Amajjii 11, 2015 (FBC)- Hoggantoonni olaanoo Naannoo Oromiyaa fi Beenishaangul Gumuz dhimmaa nageenyaarratti Magaalaa Asoosaatti mari’ataniiru.
Waltajjii marichaarratti…
Ayyaanni cuuphaa duudhaa amantaa fi aadaatti dabalataan hambaa addunyaa ta’eera-Obbo Qajeelaa…
Finfinnee, Amajjii 11, 2015 (FBC)- Duudhaalee amantaaleen hundi qaban gaarummaaf itti faayadamuu qabna jechuun Ministirri Minnisteeraa Aaadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan.
Obbo…
Nageenyaa fi tokkumma keenyaa haqa qabeessummaa fi jalaalaan ijaaruu qabna-Abuune Maatiyaas
Finfinnee, Amajjii 11, 2015 (FBC)- Nageenyaa fi tokkumma biyyattii haqa qabeessummaa fi jalaalaan ijaaruu qabna jechuun Paatiriyaarkiin Mana Amntaa Ortodoksii Taawaahidoo Ityoophiyaa Abuune…