Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggantoonniifi hojjettoonni Itiyoo-Telekoom biqiltuu Ashaaraa Magariisaa dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Hoggantoonniifi hojjettoonni Itiyoo-Telekoom duula dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoon magaalaa Finfinneefi bakkeewwan garaagaraatti biqiltuu Ashaaraa…
Dooktar Abiy Ahimad gaara Ekkaarratti biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaara Ekkaarratti biqiltuu dhaaban.
Galma guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu milkeessuuf…
Ashaaraan Magariisaa Itiyoophiyaaf boqonnaa haaraa banaa jira- Dooktar Laggasaa Tulluu
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa Tulluun Ashaaraan Magariisaa Itiyoophiyaaf boqonnaa haaraa banaa jira jedhan.…
Hoggantoonnii fi Hojjettoonni Faanaa Miidiyaa Koorporeeshinii duula dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoon…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Hoggantoonnii fi Hojjettoonni Faanaa Miidiyaa Koorporeeshinii duula dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoon Mooraa Buufata Tamsaasa Raadiyoo dhaabbatichaa…
Biqiltuuwwan dhaaburra darbee kanneen dhaabaman kunuunsuun barbaachisaadha- Aadde Ayinaalem Nugusee
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Galiiwwanii Aadde Ayinaalem Nuguseen biqiltuuwwan dhaaburra darbee kanneen dhaabaman kunuunsuun barbaachisaadha jedhan.…
Hoggantoonni fi Hojjettonni Biiroolee Oromiyaa Duula dhaabbii biqiltuu gaggeessan
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC)- Hoggantoonni fi Hojjettonni Biiroolee Oromiyaa garaagaraa Duula guyyaa tokkoon biqiltuuwwan 700 dhaabu gaggeessaniiru.
Haaluma kanaan Hoggantoonnii fi…
Pireezidaantiin naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Dooktar Indashaaw Xaasew biqiltuu duula guyyaa…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Dooktar Indashaaw Xaasew Godina Halaabaatti biqiltuu duula guyyaa tokko dhaaban.
Hoggantoota…
Sagantaan Ashaaraa Magariisaa guddina gama maraa Itiyoophiyaa waaressa- Dooktar Tasfaayee Baljigee
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) –Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti Ministirri Waamamaa Olaanaan Mootummaa Dooktar Tasfaayee Baljigeen Sagantaan Ashaaraa Magariisaa guddina gama maraa…
Sagantaan Ashaaraa Magariisaa dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachuuf gahee olaanaa…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) -Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Amaaraa obbo Araggaa Kabbadaan Sagantaan Ashaaraa Magariisaa dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachuuf gahee…
Ganamaa eegalee hanga sa’aatii 5:00tti Biqiltuuwwan miiliyoonni 300 fi miiliyoonni 55 ol dhaabaman
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Sagantaa Dhaabbii Biqiltuu guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jiruun hanga sa’aatii 5:00tti biqiltuuwwan miiliyoonni 300 fi miiliyoonni 55.5 dhaabaman.…