Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Ahimad Bulchaa Dubaayii, Ittaanaa Pireezidaantii fi Ministira Muummee Eemireetoota…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Bulchaa Dubaayii, Ittaanaa Pireezidaantii fi Ministira Muummee Eemireetoota Gamtoomanii Sheek Mahaammud Biin…
Yuunivarsiitiin Wallaggaa Barattoota 792 eebbisiise
Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiin Wallaggaa yeroo 20ffaa marsaa 2ffaan barattoota muummee garaagaraa barsiisaa ture 792 eebbisiiseera
Ministir Deetaa Ministeera Fayyaa…
Sirna cimaa waloon ijaarrachuun hiyyummaa fi booddatti hafummaa keessaa bahuuf tokkummaa keenya…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Mariin paanaalii Gamtaa Qeerroo Dargaggoota Oromootiin qophaa'ee kan Dargaggoota Oromoo fi qaamoolee hawaasaa gara garaa hirmaachise gaggeeffamaa jira.…
Ayyaanni Bara haaraa Ummata Sidaamaa Fiichee Cambalaalaan kabajamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Ayyaanni Bara haaraa Ummata Sidaamaa Fiichee Cambalaalaan sagantaalee adda addaan kabajamaa jira.
Ayyaanichi har'aa eegaluun akkaataa duudhaa aadaa…
Dooktar Abiy Pireezidaanti Mahaammad Biin Zaayid Al Naahiyaan waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 4, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Emireetoota Araba Gamtoomanii Mahaammad Biin Zaayid Al Naahiyaan waliin mari'ataniiru.…
Guyyaa Sadiif gaddi biyyaalessaa labsame
Finfinnee, Bitootessa 4, 2018 (FMC) – Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Gaamoo naannawaa adda addaatti bala sigiga lafaa fi balaa lolaa mudateen lubbuun namootaa darbuu hordofee guyyaa…
Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti Guyyaan gaddaa Sadii labsame
Finfinnee, Bitootessa 4, 2018 (FMC) – Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Gaamoo naannawaa adda addaatti balaa sigiga lafaa fi lolaa mudateen lubbuun namootaa darbuu hordofee guyyaan gaddaa…
Kennaa addaa hawaasa aanaalee Sadii Canqaa fi Hawwaa Galaan, Pirojektii misooma Jallisii Qexoo…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2018 (FMC) –Godina Qeellam Wallaggaatti kan argamu Pirojektiin Misooma jallisii Qexoo jireenya hawaasaa naannawichaa jijjiiruu keessatti piroojektii gahee olaanaa…
Ministirri Muummee itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa godina Gaamootti miidhaa sigiga lafaa…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa Naannoo Kibba Itiyoophiyaa godina Gaamoo bakka adda addaatti sigiga lafaa fi lolaa mudateen…
Bu’aa qabeessummaan Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa guddina diinagdee biyyattiif murteessadha – Pir.…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2018 (FMC) – Bu’aa qabeessummaan Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa guddina diinagdee Itiyoophiyaa murteessadha jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaasee.…