Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Firiin Qorumsa naannoo kutaa 8ffaa ifoome
Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa firii qormaata kutaa 8ffaa bara 2014 ifoomseera.
Itti Aanaan Hogganaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa Obbo Girmaa Baayyisaa…
Oomishaa bunaa guddisuuf deeggarsi taasifamu cimee itti fufa-Obbo Dassittaa Leeddaamoo
Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Oomishaafi qulqullina bunaa guddisuuf deeggarsi qonnaan bultootaaf taasifamu cimee kan itti fufu ta’uu Pireezidaantiin naannoo Sidaamaa Obbo Dassittaa…
Aadde Caaltuu Saaniin dhiyeessii maallaqaa misooma manneeniirratti dhaabbilee maallaqaa waliin…
Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin dhiyeessii maallaqaa misooma manneeniirratti dhaabbilee maallaqaa waliin…
Indaastirichi Uffata seeraa Raayyaa Ittisaa fi Humna Addaa Oromiyaa oomishuu eegale
Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Paarkiin Indaastirii Hawaasaa Uffata seeraa Raayyaa Ittisaa fi Humna Addaa Oromiyaa oomishuu eegaluu Korporeeshiniin Misooma Indaastirii Paarkiiwwanii…
Oftuulummaan ABUT harka nageenyaaf diriirfame duubatti deebisaa jira – TKM
Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Oftuulummaan ABUT harka nageenyaaf diriirfame duubaatti deebisaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.
Tajaajilli Kominikeeshinii…
Pireezidaanti Shimmalis Barataa Raajii Ashannaafii badhaasan
Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdisaan Barataa Raajii Ashannaafii badhaasaniiru.
Mootummaan Naannoo…
Miidiyaaleen Amantaa duudhaaleen waloo akka cimuuf qoodni isaanii olaanaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Miidiyaaleen Amantaa duudhaaleen waloo fi waliin jireenyi akka dagaaguuf ga’een isaanii olaanaa ta’uu Abbaan Taayitaa miidiyaalee Ityoophiyaa ibse.…
Waraanni ABUT bane dargaggoota Tigraay dhumaatiif kan affeerudha-Dhalattoota Tigraay
Finfinnee, Hagayya 25, 2014(FBC)- Waraanni gareen shororkeessaa ABUT bane dargaggoota Tigraay dhumaatiif kan affeeru ta’uu dhalattoonni Tigraay dubbatan.
Dhalattoonni naannichaa turtii…
Dhaabbileen Idil addunyaa saamicha ABUT saaxiluun Dippiloomaasii Ityoophiyaaf karra saaqa jedhame
Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Dhaabbileen Idil addunyaa saamicha ABUT saaxiluun Dippiloomaasii Ityoophiyaaf karra kan saaqu ta’uu namoonni Siyaasaa ibsan.
Namoonni Siyaasaa…
Dhaabbileen garaagaraa uummata Booranaaf marga beelladaa beelii kuma 12 ol deeggarsa taasisan
Finfinnee, Hagayya 25, 2014(FBC)- Dhaabbileen garaagaraa uummata Booranaaf marga beelladaa beelii kuma 12fi 572 deeggarsa taasisan.
Dhaabbileen miti-mootummaa "Gayo Pastoralist…