Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Koomishinar Lalisee Nameen Paakistanitti Ambaasaaddara Ityoophiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC)-Koomishinaarri Koomishinii Invastimanti Ityoophiyaa Lalisee Nameen Paakistanitti Ambaasaaddara Ityoophiyaa Jamaal Bakar waliin mari’atan.
Dabalataanis,…
Tigraayitti Indaastiriiwwan hojii dhaabanii turan hojii eegalchisuuf qorannoon gaggeeffama jira
Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC) –Naannoo Tigraayitti Indaastiriwaan oomishaa sababa walitti bu’iinsaan hojii dhaabanii turan hojii eegalchisuuf qorannoon gaggeeffamaa jiraachuu Ministeerri…
Manni Marichaa muudama Pireezidaantii fi Ittaanaa Pireezidaantii Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa…
Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC)- Manni Maree Bakka bu’oota Ummataa Obbo Tewoodiroos Mihiret Kabbadaa Pireezidaantii Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa ta'uun akka muudaman raggaasise.…
Humni Waloo Nageenyaa Abbootii Amantaa Ortodoksii waliin mari’ate
Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC) – Humni Waloo Nageenyaa fi Tikaa kabaja Ayyaana Cuuphaa ilaalchisee Abbootii Amantaa Ortodoksii waliin mari’ate.
Kaayyoon marichaa ayyaanni Cuuphaa karaa…
Pireezedaanti Shimallis Abdiisaa jiraattoota Wallagaa Lixaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 09, 2015 (FBC)-Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa, jiraattoota Wallagaa Lixaa waliin mari’ataniiru.
Waltajjiin marichaa dhimmoota haala…
Manni marichaa muudamoota Muummee Ministiraan dhiyaatan ni ni raggaasisa
Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC)-Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa har’a waaree boodaa walga’ii gaggeessuun muudamoota Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin dhiyaataan qorachuun ni…
Baankiin Awaashii fi Inistitiyuutiin Artifiishaal Intalajansii waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC)- Baankii Awaashii fi Inistitiyuutiin Artifiishaal Intalajansii Ityoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Waliigaltecha Hoji…
Ayyaanni Cuuphaa sirna Amantiirra darbee tokkummaa ummaataa kan cimsuudha–Qajeelaa Mardaasaa
Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC)- Ayyaanni Cuuphaa sirna amantaarraa darbe tokkummaa fi hariiroo ummataa kan cimsu ta’uu Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaa…
Pireezidaanti Saahilawarq Ambaasaaddaroota tibba darbe muudaniif xaalayaa muudamaa laatan
Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen Ambaasaaddaroota tibba darbe muudaniif xaalayaa muudamaa laataniiru.
Namoota 14 Ambaasaaddara guutuu fi…
Komishiniichi Ayyaanni Cuuphaa nagaan akka kabajamuuf qophii taasisu ibse
Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC) – Komishiniin Poolisii Oromiyaa Ayyaanni Cuuphaa karaa nagaan kabajamee akka xumuramuuf qophii taasiisu ibseera.
Komishiiniin Poolisii Oromiyaas Ayyaanni…