Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Himatamaa ijoolleesaa 2 haala suukaneessan ajjeese adabbiin du’aa itti murtaa’e
Finfinnee, Amajjii 10, 2015 (FBC) – Godina Baaleetti Himatamaa ijoolleesaa 2 haala suukaneessaan ajjeese adabbiin du’aa itti murtaa'eera.
Yakkamaa jiraataa godina Baalee aanaa Madda…
Hoggantoonni Kutaa Magaalaa Buraayyuu Artist Zarihuun Wadaajoo gaafatan
Finfinnee, Amajjii 10, 2015(FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Hoggantoonni Kutaa Magaalaa Buraayyuu Ayyaana Cuuphaa Sababeeffachuun Artist Zarihuun Wadaajoo Gaafataniiru.
Jilli Hojii…
Hoggantoonni olaanoon MNO Godina Qeellam Wallaggaatti Kutaalee Hawaasaa garaagaraa waliin mari’ate
Finfinnee, Amajjii 10, 2015(FBC)- Hoggantoonni olaanoon Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godina Qeellam Wallaggaatti Kutaalee Hawaasaa garaagaraa waliin mari’ateera.
Waltajjii marii kanarratti…
Ayyaanni Cuuphaa ayyaana addunyaarraatti maqaa keenya waamsisuu fi miidhagina keenya – Aadde…
Finfinnee, Amajjii 10, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen ayyaana Kataraa fi Cuuphaa sababeeffachuu ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ayyaanni Cuuphaa…
Lammiileen Ityoophiyaa 681 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Amajjii 10, 2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 681 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.
Lammiilee kanneen keessaa 670 dhiirota yoo ta’an 11 ammoo guddattoota ta’uu…
Ayyaanni Cuuphaa mallattoo qulqullummaafi dhiifamaa ta’ee waggaa waggaan yaadatama-Aadde…
Finfinnee, Amajjii 10, 2015(FBC)- Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde 𝐒𝐚'𝐚𝐚𝐝𝐚𝐚 𝐀𝐛𝐝𝐮𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐚𝐧 Ayyaana Kataraafi Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Ayyaanni…
Poolisiin Federaalaa Hidhannoo Ammayyaa hidhachuu beeksiise
Finfinnee, Amajjii 10, 2015 (FBC) – Poolisiin Federaalaa Ityoophiyaa Hidhannoo Ammayyaa fi haaraa hidhachuu beeksiiseera.
Komaandoo fi Humni kora Bittinsaa Hidhannoo haaraa hidhateen…
Sosochii Garee shororkeessaa Shanee qolachuuf humni waloo federaalaa fi naannoo tarkaanfii hunda…
Finfinnee, Amajjii 10, 2015 (FBC) – Sosochii Garee shororkeessaa Shanee qolachuuf humni waloo Federaalaa fi naannoo tarkaanfii hunda galeessa fudhachaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii…
Mootummaan waldhabdee kaabaa karaa nagaan furuuf tattaaffii eegalame cimsee itti fufeera – TKM
Finfinnee, Amajjii 10, 2015 (FBC) – Mootummaan waldhabdee kaaba biyyatiitti uumamee ture karaa nagaan furuuf tattaaffii eegalame cimsee itti fufuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa…
Ayyaanni Kataraa fi Cuuphaa karaa nagaan akka kabajamu qophiin xumuramuun hojiitti galameera –…
Finfinnee, Amajjii 10, 2015 (FBC) – Qaamoleen nageenyaa sadarkaan jiru hundi ayyaanni cuuphaa rakkoo malee akka kabajamu qophii ga’aa taasiisuun hojiitti galuu tajaajilli Kominikeeshinii…