Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunivarsiitiiwwan Finfinnee fi Afrika Kibbaa waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) – Yuunivarsiitiin Finfinnee fi Yuunivarsitiin Afrika Kibbaa waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessaniiru.
Waliigalteechas Pireezidaantii…
Daandii Magaalaa Jijjiigaa Birrii miiliyoona 672 ijaaramu xiyyeeffannaan hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) – Daandii Magaalaa Jijjiigaa Birrii miiliyoona 672 ijaaramu xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu eerameera.
Ijaarsi daandichaa muddamaa fi balaa…
MM Abiy Ahimad daawwannaa Aljeersi xumuruun gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad daawwannaa hojii Aljeeriyaa magaalaa Aljeersitti taasiisaa turan xumuruun gara biyyaa deebi’aniiru.
Muummeen…
Koriyaan Kibbaa yaalii nageenyaa Mootummaa Ityoophiyaa ni deeggarti jedhame
Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)- Koriyaan Kibbaa yaalii nageenya waaraa fiduuf Mootummaan Ityoophiyaa eegale kan deeggartu ta’uu Miseensonni Mana Maree Kooriyaa Kibbaa ibsan.
Koreen…
Daawwannaan MM Abiy Ahimad hariiroo biyyoota lameeniif murteessaadha-Aljeeriya
Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)- Daawwannaan Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Aljeeriyaatti taasisan hariiroo biyyoota lameenii Cimsuuf murteessaa ta’uu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa…
Tajaajilichi ergamawwan dhaabbatichaa fooyyessuu beeksise
Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC) - Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo bara 2014 fooyyessa ergamawwanii, yaaddoo nageeyaa waqtaawoo dhaabanii fi balaawwan hambisan taasisuu beeksise.
Manni…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1fi 30 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)-Guyyaa har’aa lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 30 marsaa sadiin Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.
Lammiilee kanneen keessaa kumni 1 fi 28…
Hawaasni addunyaa ABUT waraana akka dhaabu dhiibbaa akka taasisu gaafatame
Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)- Hawaasni idil adduunyaa gareen shororkeessaa ABUT waraana akka dhaabuuf dhiibbaa taasisuu akka qabu Gamtaa Awurooppaatti Waajjirri Ergaamaa Dhaabbii…
MM Abiy Ahimad Pireezidaantii Aljeeriyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantii Aljeeriyaa Abdal Majid Taabuun waliin mari’ataniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad wayita Masaraa…
‘Daa’imman deeggaruun egeree ijaaruudha – BDhDDO
Finfinnee, Hagayya 23, 2014 (FBC) – Biiroon Dhimma Dubartootaafi Daa'immanii Oromiyaa daa'imman maatii harka qalleeyyii deeggaruuf seektaroota waliin hojii tajaajila lammummaa eegale.…